Heddumminni humna diinagdeeti- Biraanuu Leenjisoo (PhD)
AMN PLUS- Sadaasa 23/2018 Heddummina keessa bu’aan diinagdee olaanaa akka jiru Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Biraanuu Leenjisoo (PhD) dubbatan. Haaromsi xumuramee bu'aa diinagdeef dhaqqabuunsaa agarsisituu humna heddumminaa ta’uu…