Ayyaanni Kataraa Aqaaqii Qaallittiitti sirna hoo’aa ta’een kabajamuu eegale

AMN PLUS - Amajjii 10/2017 Jala Bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraan) bara 2017 Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti sirna hoo'aa ta'een kabajamuu eegaleera. Ayyaanichi bifa dammaqina qabuun kabajamaa kan jiru yoo ta’u,…

Continue ReadingAyyaanni Kataraa Aqaaqii Qaallittiitti sirna hoo’aa ta’een kabajamuu eegale

Dargaggootaa fi Daa’immaniif dirreen dijitaalaayizeeshinii mijataan uumamaa jira – Ministeera Innooveeshinii fi Teeknoolojii

AMN - Amajjii 10/2017 Mootummaan Darggonni fi Daa’immaan teekinoolojiin fi dijitalizeeshinii keessatti qooda fudhattota ijoo akka ta’aniif dirree dijitaalaayzeeshinii mijataa uumaa akka jiru Deetaan Ministiraa Ministeera Innooveeshinii fi Teeknoolojii Baay’isaa…

Continue ReadingDargaggootaa fi Daa’immaniif dirreen dijitaalaayizeeshinii mijataan uumamaa jira – Ministeera Innooveeshinii fi Teeknoolojii

Qabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar)

AMN – Plus Amajjii 10/2017 Namarraa Gabayyoo (Dooktar) akka jedhanitti Misoomni albuudaa damee dinagdee gooroo shanaan keessaa tokko ta’uu yaadachiisanii, mootummaanis bu’aa dinagdee misooma albuudaa irraa argamu guddisuufi jajjabeessuuf xiyyeeffannoo…

Continue ReadingQabeenya dilbii biyyi keenya qabdu sirnaan bulchuun dinagdee rogdaneessa milkeessa -Namarraa Gabayyoo (Dooktar)

Diinagdeen Itoophiyaan ijaaraa jirtu haala jijjiirama addunyaa kan hubateedha – Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa

AMN - Amajjii 9/2917 Diinagdeen Itoophiyaan ijaaraa jirtu haala jijjiiramaa addunyaa kan hubate, dandeettiiwwan jiran cimsuun kan gara dameewwan haaraatti ceesisu ta’uu Ministtirri Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa Laggasaa Tuulluu (Doktar) ibsaniiru.…

Continue ReadingDiinagdeen Itoophiyaan ijaaraa jirtu haala jijjiirama addunyaa kan hubateedha – Tajaajila Koominikeeshinii Mootummaa

Qaphixiiwwan Ijoo Ibsa Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Hojii Qonnaa Bonaa fi kan biroo ilaalchisee kenne:-

AMN PLUS - Amajjii 09/2017  Bara bajataa kana hojii jallissii boneetiin oomisha guddisuurratti hojiilee gurguddoon hojjetamaa jira,  Hanga baatii jalqaaba Amajjiitti lafa hektaarta miliyoona 20.5 sanyiin uwwifamerraa heekaara…

Continue ReadingQaphixiiwwan Ijoo Ibsa Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Hojii Qonnaa Bonaa fi kan biroo ilaalchisee kenne:-

Qaphixiiwwan Ijoo Ibsa Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kenne irraa fudhatam:-

AMN PLUS - Amajjii 09/2017 Ibsichi dhimmoota Fooyya’insaa Diinagdee Gooroo, Nageenyaa fi Hojiiwwan bona kana raawwatamaa jiranii fi raawaataman irratti kan xiyyeefatee dha. Hojii gama nageenyaa irratti hojjetaman ilaachisee: …

Continue ReadingQaphixiiwwan Ijoo Ibsa Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kenne irraa fudhatam:-

Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Shaggar Ayyaanni Cuuphaa karaa duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuuf maree waloo gaggeessan

AMN PLUS - Amajjii 09/2017 Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Shaggar Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaa fi duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuuf maree waloo gaggeessaniiru. Itti Aanaa waajjira paartii badhaadhinaafi…

Continue ReadingDargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Shaggar Ayyaanni Cuuphaa karaa duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuuf maree waloo gaggeessan