Qabsoo Farra Malaanmaltummaa gaggeeffamu irratti hawaasni fi dhaabbileen marti abbummaan hirmaachuu qabu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Muddee 3/2018 Guyyaa Farra Malaanmaltummaa Addunyaa 22ffaa kutannoofi waadaa malaanmaltummaa ittisuuf qabnu haaressinee kabajneerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Waggoota muraasa darban keessatti malaammaltummaan farra badhaadhinaa,…

Continue ReadingQabsoo Farra Malaanmaltummaa gaggeeffamu irratti hawaasni fi dhaabbileen marti abbummaan hirmaachuu qabu- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Ministira Muummee Dooktar Abiyyi Ahimadiif Badhaasni “Harka Qulqulluu” kenname

AMN PLUS- Mudde 1/2018 Komishiniin Farra Malaammaltummaa Federaalaa Badhaasa “Harka Qulqulluu” jedhamu Ministira Muummee Dooktar Abiyyi Ahimadiif kennuun isaa ibsameera. Badhaasni kun Ministira Muummeef sababaan kennameef qabsoo malaamaltummaa ittisuuf gumaacha…

Continue ReadingMinistira Muummee Dooktar Abiyyi Ahimadiif Badhaasni “Harka Qulqulluu” kenname

Birrii Biliyoona 10 ol ta’ufi lafa kaaree meetira Kuma 57 saamicha irra hambisuun danda’ameera-Aadde Faayizaa Mahaammad

‎AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 ‎Guyyaan farra Malaamaltummaa mata duree "Dhaloota Naamusaan, ‎Dhaabbilee Hojimaataan" jedhuun akka addunyaatti yeroo 22ffaaf akka Itoophiyaatti ammoo 21ffaaf Magaalaa Finfinneetti kabajameera. ‎Kabaja guyyaa farra malaamaltummaa Kanarratti…

Continue ReadingBirrii Biliyoona 10 ol ta’ufi lafa kaaree meetira Kuma 57 saamicha irra hambisuun danda’ameera-Aadde Faayizaa Mahaammad

Namoota yakka malaammaltummaa xaa’oon walqabatu birrii biliyoona 5.6 oliin shakkaman 11 irratti himannaan banamuu Poolisiin Federaalaa ibse

AMN PLUS- Sadaasa 18/ 2018 Shakkamtoota 11 qorannaan yakka malaamaltummaa cimaa irratti qulqullaa’erratti himannaan banamee, gara mana amala sirreessaatti ergamuusaanii Poolisiin Federaalaa ibse. Shakkamtoonni himataman kunneenis:- 1. Obbo Kiflee W/Maariyaam:…

Continue ReadingNamoota yakka malaammaltummaa xaa’oon walqabatu birrii biliyoona 5.6 oliin shakkaman 11 irratti himannaan banamuu Poolisiin Federaalaa ibse

Qaamoleen hojii “Betting” irratti bobba’an Birrii biiliyoona 100 mootummaaf galii ta’uu qabu dhoksuun shakkaman to’ataman

AMN PLUS- Sadaasa 18/2018 ‎Abbootiin qabeenyaa dhaabbilee qumaara Ispoortii fi tumsisoota isaanii galii mootummaan argachuu qabu Birrii biiliyoona 100 waliindhahuun yakkaan shakkaman to'ataman jedhe Tajaajilli Nageenya odeeffannoo biyyaalessaa. Dhaabbilee tapha…

Continue ReadingQaamoleen hojii “Betting” irratti bobba’an Birrii biiliyoona 100 mootummaaf galii ta’uu qabu dhoksuun shakkaman to’ataman

Finfinneen malaammaltummaa ittisuun fakkeenya gaarii ta’uu ibsame

‎AMN PLUS-Sadaasa 6/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ‎Malaammaltummaa ittisuun hojii fakkeenya gaarii qabu hojjechuun ibsame. ‎Komishinarri Komishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Jamaal Radii dhaloota naamusaan, dhaabbilee ammoo Hojimataan haala barsiisuun danda'amu irratti…

Continue ReadingFinfinneen malaammaltummaa ittisuun fakkeenya gaarii ta’uu ibsame