Hidhi Haaromsaa Quuqama Misoomaa Bara Dheeraa kan milkeessedha-Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

AMN PLUS - Hagayya 21/2017 Dhaloonni dandeettii isaa fi irree cimaan quuqamamisoomaa bara dheeraa hidha haaromsaa guddichaan akka milkeesse Ministirri Bishaaniifi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaa(Dr.) ibsan. Pirojektiin guddichi anniisaa maddisiisu…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa Quuqama Misoomaa Bara Dheeraa kan milkeessedha-Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

Xaa’oon Kuntaala Miiliyoona 17.5 raabsamaa jira – Korporeeshinii Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa

AMN PLUS – Hagayya 21/2017 Bara Oomishaa 2017/18’f xaa’oon UREA fi Daappii gara biyyaatti seene Kuntaala Miiliyoona 17 fi Kuma 500 qonnaan bultootaaf raabsamaa akka jiru Korporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa…

Continue ReadingXaa’oon Kuntaala Miiliyoona 17.5 raabsamaa jira – Korporeeshinii Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa

Biyyee malee qotuun ni danda’amaa?

‎AMN PLUS- Hagayya 21/2017‎Finfinneetti qonni teeknooloojiin deeggarame oomisha qulqullina qabu hawaasaaf gumaachaa jira.‎‎Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti kutaa magaalaa Qirqoos Mana Barumsaa Abiyoot Qirsii sadarkaa 2ffaa keessatti qonni biyyee malee getgeeffamaa jira.…

Continue ReadingBiyyee malee qotuun ni danda’amaa?

Warshaan Warqii Kumruuk Baha Afrikaatti isa guddicha ta’a- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Hagayya 18/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Warshaan Warqii Kumruuk Baha Afrikaa keessatti isa guddaa ta’uu danda’a jedhan. Warshaan kun naannoo Beenishaangul Gumuz keessatti kan argamu yoo…

Continue ReadingWarshaan Warqii Kumruuk Baha Afrikaatti isa guddicha ta’a- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Asoosaan misooma kooriidariin haalaan jijjiiramaa jirti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) magaalaan Asoosaa misooma kooriidariin haalaan jijjiiramaa jiraachuu himan. Dr. Abiyyi har'a Magaalaa Asoosaatti argamuun misooma garagaraa daawwataniiru. "Waggaa tokko dura…

Continue ReadingAsoosaan misooma kooriidariin haalaan jijjiiramaa jirti- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

Kantiibaa Adaanach Abeebee pirojektoota ijaarsi isaanii xumurame eebbisan

‎AMN PLUS - Hagayya 16/2017 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaarsa bakkeewwan dhaabbii Konkolaataa giddu-galoota gabaa, bakka taaksiifi atoobusootni itti fe'anii buusan garaa garaa eebbisuun hojii eegalchiisan. ‎Kantiibaa Adaanach,…

Continue ReadingKantiibaa Adaanach Abeebee pirojektoota ijaarsi isaanii xumurame eebbisan

Xumuramuun Hidhaa Haaromsaa walii galtee biyyoota Yaa’a Abbayyaatiif boqonnaa haaraa bana- Injinar Geetuu Biiftuu

‎AMN PLUS- Hagayya 15/2017 ‎Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa xumuramuun biyyoota yaa'a Abbayyaatiif walii galtee boqonnaa haaraa kan banu carraa seenaa qabeessa ta'uu, Kaanaadaa Bulchiinsa Albartaa keessa kan jiraatan Qorataa olaanaan…

Continue ReadingXumuramuun Hidhaa Haaromsaa walii galtee biyyoota Yaa’a Abbayyaatiif boqonnaa haaraa bana- Injinar Geetuu Biiftuu

‎Misoomni Qarqara Lagaa, akkuma Ashaaraa Magariisaa Afrikaanotaaf fakkeenya – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 15/2017 ‎Pirojektiin misooma qarqara laga Finfinnee akkuma Misooma Ashaaraa Magariisaa Afriikaanotaaf mallattoo fi fakkeenya ta’uu akka danda’u Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr) ibsan. ‎Dr. Abiyyi…

Continue Reading‎Misoomni Qarqara Lagaa, akkuma Ashaaraa Magariisaa Afrikaanotaaf fakkeenya – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)