Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti hojiiwwan misoomaa gara garaa daawwatan
AMN PLUS Waxabajjii 10/2017 Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti hojiiwwan misoomaa gara garaa daawwataniiru. Daawwannaa isaaniitiin Aannaa Maannaa gandoolee gara garaatti hojiiwwan misooma gara garaa…