Afrikaan dhaabattee taajjabuurraa gara murtoo kennuutti ce’uu qabdi – MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN PLUS- Fulbaana 29/2018 Afrikaan dhaabattee taajjabuu keessaa baatee gara murtoo kennuutti akka ceetu taasisuuf kaayyoo tokkoon socho'uun akka barbaachisu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) hubachiisaniiru. Dooktar Abiyyi Yaa'ii…