Addeessi guutuu bara kanaa isheen jalqabaa har’a mul’atti
AMN PLUS- Fulbaana 27/2018 Addeessi guutuu bara kanaa isheen jalqabaa har'a jechuunis Fulbaana 27 bara 2018 akka mul'attu qorataan sirna urjiilee Roodaas Taaddasaa beeksisan. Qorataan kun addeessi/baatiin goobante ykn guutuu…