Kantiibaa Adaanech Abeebee pirojektii dhaabbii konkolaataa Eekkaa lakkoofsa 2 eebbisan
AMN PLUS Caamsaa 13/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee pirojektii dhaabbii konkolaataa Eekkaa lakkoofsa 2 har’a eebbisanii hojii eegalchiisaniiru. Bakki dhaabbii konkolaataa kun yeroo tokkotti konkolaattota kuma 1…