Magaalaan Finfinnee dhaloota egeree boruu biyya kanaa murteessaan qulqullinaafi baay’inaan horachuuf barnootaaf xiyyeeffannoo guddaa kennitee hojjechaa – Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee
AMN PLUS- Bitootessa 3/2017 Magaalaan Finfinnee dhaloota egeree boruu biyya kanaa murteessaan qulqullinaafi baay'inaan horachuuf barnootaaf xiyyeeffannoo guddaa kennitee hojjechaa akka jirtu Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee ZalAlam Mulaatuu (Dr.)…