Hoggantoonni fi miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwatan
AMN PLUS Guraandhala 24/2017 Hoggantoonni fi Miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa fi bakka bu’ooni waldaalee hawaasaa garagaraa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwataniiru. Giddugalichi sadarkaa isaa eegee kan hojjetame ta’uun…