Kurmaana bara bajataa kanatti dhiibbaa jireenyaa uummatarra gahu salphisuuf hojiin hojjetame jajjabeessadha – Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN - Sadaasa 10/2017 Bulchiinsii Magaalaa Finfinnee kurmaana bara bajataa kanatti dhiibbaa jireenyaa uummatarra gahu salphisuuf hojiin hojjete jajjabeessaa ta’uu isaa kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa Adaanech yaa’ii idilee 1ffaa,…