Itoophiyaatti weerara vaayirasii Maarbarg ittisuuf hanga ammaatti maaltu hojjetame?

AMN PLUS-Sadaasa 17/2018 Naannoo Kibba Itoophiyaatti weerara vaayirasii Maarbarg ittisuuf hanga ammaatti maaltu hojjetame? Erga namni jalqabaa Maarbrgiin qabame argamee namoota 73 vaayirasichaan akka qabaman shakkamaniif qorannoon laaboraatoorii taasifameera. Namoonni…

Continue ReadingItoophiyaatti weerara vaayirasii Maarbarg ittisuuf hanga ammaatti maaltu hojjetame?

Shakkamtootni maallaqa sobaa biyya alaa qabatanii socho’aa turan afur to’atamuu Poolisiin beeksise

‎AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 ‎Shakkamtootni maallaqa sobaa biyya alaa qabatanii socho'aa turan afur to'atamuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiseera. ‎Namootni Bariwaa Kabbadaa, Saamu'eel Mulugeetaa, Mulaat Abbaayiifi Jaakoo Peenzoo jedhaman…

Continue ReadingShakkamtootni maallaqa sobaa biyya alaa qabatanii socho’aa turan afur to’atamuu Poolisiin beeksise

Konkolaataawwan fe’umsa gogaa nagahee hin kutne 997 irratti tarkaanfiin fudhatame- Biiroo Galiiwwanii

‎AMN PLUS-Sadaasa 17/2018 ‎Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti bara baajataa 2018tti ji'oota jalqabaa afranitti konkolaataa fe'umsaa gogaa kuma 5fi 203 irratti sakattaa'iinsi nagahee akka adeemsifame Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee beeksise. ‎Sakatta'iinsi nagahee…

Continue ReadingKonkolaataawwan fe’umsa gogaa nagahee hin kutne 997 irratti tarkaanfiin fudhatame- Biiroo Galiiwwanii

Magaalaan Finfinnee misooma nama giddugaleeffateen hojiin hojjette Hoggantoota Paartii Badhaadhinaan daawwatamaa jira

AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Leenjiin Hooggantoota Paartii Badhaadhinaa mata duree "Ilaalcha Mootummaa Ida'amuun Guddina Dameelee" jedhuun hoggantoonni federaalaafi magaalaa Finfinnee leenjii fudhataa turan Paarkii Araadaa daawwataniiru.

Continue ReadingMagaalaan Finfinnee misooma nama giddugaleeffateen hojiin hojjette Hoggantoota Paartii Badhaadhinaan daawwatamaa jira

Misoomni magaalaa Finfinneetti hojjetame agarsiiftuu jalqabbii badhaadhinaa akka ta’e ibsame

‎AMN PLUS-Sadaasa/2018 ‎Hojiileen misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjetame agarsiiftuu jalqabbii badhaadhinaa akka ta'e Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa muuxannoo qooddatan ibsan. ‎Hoggantoonni kunneen guyyoota darban leenjii hoggansaa fudhachaa kan turan yoo ta'u, daawwannaa…

Continue ReadingMisoomni magaalaa Finfinneetti hojjetame agarsiiftuu jalqabbii badhaadhinaa akka ta’e ibsame

Misoomni Finfinnee miidhaginaan dabalata jiraattotaaf bakka jireenyaa filatamtuu ishee taasisaa jiraachuu himame

AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinneefi Federaalaa tibbana leenjii marsaa 2ffaa torbee tokkoof fudhachaa turan, Hojiiwwan Misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiru daawwachaa jiru. Hoggantoonni kunneen daawwannichaan yaada…

Continue ReadingMisoomni Finfinnee miidhaginaan dabalata jiraattotaaf bakka jireenyaa filatamtuu ishee taasisaa jiraachuu himame

Geediyoon Xiimootiwoos (PhD) Pirezidaantii COP32 ta’uun ramadaman

AMN PLUS - Sadaasa 17/2018 Itoophiyaan Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa UN 32ffaa kan bara 2027 akka qopheessituuf filamuushee hordofee, Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin Pirezidaantii Yaa’ii COP32 ta’uun ramadaniiru. Dooktar Geediyoon hojii dhimma…

Continue ReadingGeediyoon Xiimootiwoos (PhD) Pirezidaantii COP32 ta’uun ramadaman