Manni Marichaa wixinee tarsiimoo ‘Itoophiyaa Dijitaalaa 2030’ raggaasisuun Mana Maree Ministirootaaf qajeelche
AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Manni Maree Ce'umsa Dijitaalaa Biyyaalessaa walga’ii idilee 4ffaan kallattiiwwan kaa'ee ture har'a raawwiisaanii qorachuu Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa himan. Obbo Tamasgeen miidiyaa hawaasummaa…