‎Gamtaan Awurooppaa dhibee vaayirasii Maarbarg ittisuuf deggersa akka taasisu beeksise

‎AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 ‎Jilli Gamtaa Awurooppaa dhimmoota sirna fayyaa Itoophiyaa cimsuu fi tattaaffii Ittisa Vaayirasii Maarbarg irratti deggarsa taasisuuf Ministira Fayyaa Itoophiyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa waliin mari’achuun isaa ibsame. ‎Daayirektoreetiin…

Continue Reading‎Gamtaan Awurooppaa dhibee vaayirasii Maarbarg ittisuuf deggersa akka taasisu beeksise

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar Gaateetee waliin mari’atan

AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar Gaateetee waliin Yaa’ii jijjiirama Qilleensaa COP 32 ALAtti Bara 2027 Itoophiyaan keessumeessitu…

Continue ReadingMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar Gaateetee waliin mari’atan

Rakkoolee Itoophiyaa bifa waaraan furuuf falli isaa mari’achuu qofaadha-Piroofeesar Masfin Araya’aa

AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Araya'aa, “Rakkoowwan Itoophiyaatti lafarra harkifachaa dhufan, waaraan furuun kan danda'amu yoo gadi teenyee mari'anne qofaadha” jedhan. Komishinichi, Naannoo Tigiraay akkasumas Paartilee…

Continue ReadingRakkoolee Itoophiyaa bifa waaraan furuuf falli isaa mari’achuu qofaadha-Piroofeesar Masfin Araya’aa

Hirmaannaa fi nageenya dubartootaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira- Gamtaa Afrikaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 ‎Miidiyaalee Afrikaa keessatti hirmaannaa fi nageenya dubartootaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu Gamtaan Afrikaa ibseera. ‎Yaa'iin dubartoota miidiyaalee Afrikaa har'a Magaalaa Finfinneetti eegalameera. ‎Yaa'iin kun mata duree “Waadaa…

Continue ReadingHirmaannaa fi nageenya dubartootaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira- Gamtaa Afrikaa

Hojiin tola ooltummaa Sammuu fayya qabeessaafi ilaalcha qajeelaa qabaachuu qofa nama gaafata-Komishinicha

‎AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 ‎Komishinarri Komishinii Qindeessa Tola Ooltummaafi Hirmaannaa Hawaasaa Magaalaa Finfinnee Yimar Kabbadaa,"hojiin tola ooltummaa Sammuu fayya qabeessaafi ilaalcha qajeelaa qabaachuu qofa nama gaafata" jedhaniiru.‎‎Guyyaa tola ooltotaa kana Kabajuun,…

Continue ReadingHojiin tola ooltummaa Sammuu fayya qabeessaafi ilaalcha qajeelaa qabaachuu qofa nama gaafata-Komishinicha

Birrii Biliyoona 10 ol ta’ufi lafa kaaree meetira Kuma 57 saamicha irra hambisuun danda’ameera-Aadde Faayizaa Mahaammad

‎AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 ‎Guyyaan farra Malaamaltummaa mata duree "Dhaloota Naamusaan, ‎Dhaabbilee Hojimaataan" jedhuun akka addunyaatti yeroo 22ffaaf akka Itoophiyaatti ammoo 21ffaaf Magaalaa Finfinneetti kabajameera. ‎Kabaja guyyaa farra malaamaltummaa Kanarratti…

Continue ReadingBirrii Biliyoona 10 ol ta’ufi lafa kaaree meetira Kuma 57 saamicha irra hambisuun danda’ameera-Aadde Faayizaa Mahaammad

Humna Qilleensaa Itoophiyaarra darbee Afrikaa Bahaaf ta’u ijaaraa jirra – L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

AMN PLUS- Sadaasa 25/2018 Humna Qilleensaa ammayyaa Itoophiyaarra darbee naannawaa Afrikaa Bahaaf ta'u ijaaraa jirra jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan. Mata duree ‘humna qilleensaa guddaa,…

Continue ReadingHumna Qilleensaa Itoophiyaarra darbee Afrikaa Bahaaf ta’u ijaaraa jirra – L/Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Pirojektii Manneen Kuma 26 eegalchiisan

AMN PLUS- Sadaasa 25/ 2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii kuma 26 teeknooloojii ammayyaan deeggarame Saayitii Laaftootti eegalchiisaniiru. Karoorawwan ijoo bara kana qabanne keessaa inni duraa jiraattota…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Pirojektii Manneen Kuma 26 eegalchiisan