Itoophiyaan keessummaa bori simattuuf har’a qophaa’uu itti beekti – MM Abiyyi Ahimad
AMN PLUS - Waxabajjii 09/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Itoophiyaanotni aadaa ganamaa qabaniin keessummaa bori simataniif har’a dursa qophaa’uu jedhan. Itoophiyaan Yaa'ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Idil-Addunyaa (COP32) bara…