Biiroon Fayyaa Oromiyaa moosaajii ‘Odacare’ jedhamu hojiirra oolche

AMN PLUS- Mudde 17/2018 Biiroon Fayyaa Oromiyaa tajaajila fayyaa hawaasaa qulqulluufi qaqqabamaa taasisuuf Moosaajii haaraa 'Odacare' jedhamu misoomsuun hojiirra oolchuu beeksise. Sirna jalqabsiisa moosaajii kanaas Sadarkaa Pireezidaantii Itti Aanaatti Qindeessaa…

Continue ReadingBiiroon Fayyaa Oromiyaa moosaajii ‘Odacare’ jedhamu hojiirra oolche

‎Akkuma Loltuun cichee biyya eegu miidiyaaleen olola sobaa qolachuun dantaa biyyaa kabachiisuu qabu- Obbo Hayiluu Addunyaa

‎AMN PLUS- Mudde 17/2018 ‎Gumiin Balal Marsaa 48ffaan mata duree "Dantaa Biyyaalessaafi Miidiyaa" jedhuun Galma Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti taa'amaa jira. ‎Marii kana irratti haasaa kan taasisan Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii…

Continue Reading‎Akkuma Loltuun cichee biyya eegu miidiyaaleen olola sobaa qolachuun dantaa biyyaa kabachiisuu qabu- Obbo Hayiluu Addunyaa

Yaa’iin Gamtaa Afrikaa bara 2026 dhiyeessii bishaan qulqulluu irratti akka xiyyeeffatu ibsame

‎AMN PLUS- Mudde 17/2018 ‎Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaan ajandaa dhiyeessii bishaanii itti fufiinsa qabuufi qulqullina bishaanii eegsisuu irratti xiyyeeffachuun Magaalaa Finfinneetti Amajjii 14 fi15 bara 2018 akka adeemsifamu ibsame.…

Continue ReadingYaa’iin Gamtaa Afrikaa bara 2026 dhiyeessii bishaan qulqulluu irratti akka xiyyeeffatu ibsame

Ministeerri Dhimma Alaafi Keeniyaatti Imbaasiin Itoophiyaa Dirree Dhawaatti manneen ijaarsisan harka qalleeyyiif dabarsan

‎ AMN PLUS- Mudde 17/2018 ‎Ministeerri Dhimma Alaafi Keeniyaatti Imbaasiin Itoophiyaa Dirree Dhawaatti manneen ijaarsisan harka qalleeyyiif dabarsanii kennuun isaanii ibsame. ‎Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiiwos (PhD), anga'ootni federaalaafi…

Continue ReadingMinisteerri Dhimma Alaafi Keeniyaatti Imbaasiin Itoophiyaa Dirree Dhawaatti manneen ijaarsisan harka qalleeyyiif dabarsan