Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti
AMN PLUS - Amajjii 12/2018 Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaa ishee eegsisuuf akkasumas maqaa gaarii biyyaa addunyaatti beeksisuuf bu’aawwan teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa…