“Yaa’ii Gamtaa Afriikaaf yeroo dhuftan Itoophiyaatti invast godhaa” Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Guraandhala 06/2018 Ajandaa riifoormii biyya keessaan Itoophiyaan haala investaraaf dursa kennuufi zooniiwwan diinagdee investimantii kallattii alaaf mijatan qopheessuu Waajjirri Ministira Muummee ibse. Waajjirichi ergaa hirmaattota Yaa'ii Gamtaa Afriikaaf…

Continue Reading“Yaa’ii Gamtaa Afriikaaf yeroo dhuftan Itoophiyaatti invast godhaa” Waajjira Ministira Muummee

Riqicha jabaa Afrikaafi Itaaliin ittin walitti deddeebi’an – Karoora Mateyi (Mattei Plan)

AMN PLUS – Guraandhala 06/2018 Yaa'iin Afriikaa-Itaalii 2ffaan kaayyaa haqaan waltumsuu irratti xiyyeeffate har'a Finfinneetti eegala. Yaa'iin kun bu'uura karoora Mateyi (Mattei Plan) jedhuun Afriikaafi Itaalii walitti fuda. 'Mattei Plan'…

Continue ReadingRiqicha jabaa Afrikaafi Itaaliin ittin walitti deddeebi’an – Karoora Mateyi (Mattei Plan)

Finfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha‎

AMN PLUS- Guraandhala 6/2018 ‎Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’oota jahan darban gamaaggamuun kallattii hojii fuulduraa irratti mari’ateera. ‎Hoogganaan Itti Aanaa Biirichaa, Obbo Biraanuu Rattaa, “Hojii…

Continue ReadingFinfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha‎