Finfinneetti namootni 35 boba’aa seeraan alaa daddabarsuun shakkaman to’atamuun ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee sirna boba’aa seeraan qusatan fayyadamuu irratti guyyoota 15 darban hordoffii taasiseen boba’aan seeraan ala daddabarfamaa ture Liitirri Kuma 58…

Continue ReadingFinfinneetti namootni 35 boba’aa seeraan alaa daddabarsuun shakkaman to’atamuun ibsame

Finfinneetti qaamolee oomishaalee bu’uuraa gatii madaalawaa hin taaneen gurguran irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee qaamolee oomishaalee bu'uuraa boba'aa, zayita nyaataafi kanneen biroo irratti daballii gatii hin malle taasisan irratti tarkaanfii fudhatamaa jiraachuu ibseera.…

Continue ReadingFinfinneetti qaamolee oomishaalee bu’uuraa gatii madaalawaa hin taaneen gurguran irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira

Leenjiin Gahumsaa Hojjettootaaf Kennamu Yakkoota Raawwatamu Malan Dursan Ittisuu Keessatti Gahee Qabaachuun Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Danbii Magaalaa Finfinnee dandeettiin yakkoota raawwatamuu malan dursan ittisuu hojjettoota isaa dabalaa jiraachuu ibseera. Hooggantootni mana hojii Abbaa Taayitaa Kabachiisa Danbii magaalaa…

Continue ReadingLeenjiin Gahumsaa Hojjettootaaf Kennamu Yakkoota Raawwatamu Malan Dursan Ittisuu Keessatti Gahee Qabaachuun Ibsame

Dubartiin faaya Warqee Birrii Miliyoona tokko ol baasu fudhatte miliqxe to’atamte

AMN PLUS - Bitootessa 12/2018 Shakkamtuu dhuunfaa maqaan ishee Maskaram Zawuduu jedhamu faaya Warqee garaagaraa Birrii Miliyoona 1 caalu baasu fudhatte miliqxe turtii sa'atii 24 hin guunne keessatti to'achuu Poolisiin…

Continue ReadingDubartiin faaya Warqee Birrii Miliyoona tokko ol baasu fudhatte miliqxe to’atamte

Shakkamtuun kookeenii ‘moodeesii’ keessa dhoksuun dabarsuuf yaalaa turte to’atamte

‎AMN PLUS- Bitootessa 10/2018 ‎Shakkamtuun kookeenii dabalatee qorichoota sammuu adoochan dhoksaan dabarsuuf yaalaa turte Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti to'annoo jala ooluun ibsame. ‎Dubartiin lammii Yugaandaa Mukisaa Siteellaa jedhamtu kookeenii…

Continue ReadingShakkamtuun kookeenii ‘moodeesii’ keessa dhoksuun dabarsuuf yaalaa turte to’atamte

BGI Itoophiyaan keemikaala fayyaa namaarraan balaa geessisu lakkisuusaan Birrii Miiliyoona 2 adabame

AMN PLUS - Bitootessa 10/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee, Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Magaalichaa waliin tahuun Kutaa Magaalaa Lidataatti BGI Itoophiyaan keemikaalaa farra fayyaa namaa lagatti gadi lakkisuun…

Continue ReadingBGI Itoophiyaan keemikaala fayyaa namaarraan balaa geessisu lakkisuusaan Birrii Miiliyoona 2 adabame

Boba’aa Baarmeela 6 Karaa Seeraan Alaa Daddabarfamuuf Ture To’atame

‎AMN PLUS - Bitootessa 07/2018 Poolisiin Finfinnee boba'aa baarmeela 6 karaa seeraan alaa daddabarfamuuf ture shakkamtoota gochicha keessatti hirmaataniiruun shakkaman waliin to’annoo jala oolchuu beeksiseera. ‎Shakkamtootni yakkicha kan raawwatan Finfinnee…

Continue ReadingBoba’aa Baarmeela 6 Karaa Seeraan Alaa Daddabarfamuuf Ture To’atame

Labsii dhorkaa korojoo pilaastikaa ilaalchisuun baheef hawaasni tumsa cimaa taasisaa jira

AMN PLUS- Bitootessa 4/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Danbii Magaalaa Finfinnee hojiirra oolmaa labsii qabiinsaafi dhabamsiisa balfa gogaa 1383/2017 irratti waltajjii hubannoo uumuu geggeesseera. Waltajjicharratti kan argaman Hoji Gaggeessaan Abbaa Taayitichaa…

Continue ReadingLabsii dhorkaa korojoo pilaastikaa ilaalchisuun baheef hawaasni tumsa cimaa taasisaa jira

Hoteela Dee Liyoopool Balfa Dhangala’aa Gara Lagaatti Gadi Lakkise Irratti Tarkaanfiin Bulchiinsaa Fudhatamuun Ibsame

AMN PLUS-Bitootessa 2/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Hoteela Dee Liyoopool balfa dhangala’aa mana boolii irra deddeebiin gara lagaafi qarqara lagaatti gadi lakkisuun faalama naannoo fiduun rakkina uumuu…

Continue ReadingHoteela Dee Liyoopool Balfa Dhangala’aa Gara Lagaatti Gadi Lakkise Irratti Tarkaanfiin Bulchiinsaa Fudhatamuun Ibsame

Waltajjiin marii Nageenyaa Biyyaalessaa 8ffaa magaalaa naga-qabeettii taate Finfinneetti eegalchiisneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Guraandhala 20/2018 ‎Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ministeera Nageenyaa waliin ta'uun waltajjii marii Nageenya Biyyaalessaa 8ffaa eegalchiisuu Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin ibsaniiru. ‎Kantiibaa Adaanech ergaa isaaniin "waltajjii…

Continue ReadingWaltajjiin marii Nageenyaa Biyyaalessaa 8ffaa magaalaa naga-qabeettii taate Finfinneetti eegalchiisneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee