Dubartootniifi Daa’imman Barnootaaf Haala Mijataa Akka Argatan Taasisneerra – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo

AMN PLUS - Guraandhala 08/2018 Yaa’iin 30ffaa Giiftii Dureewwan Afrikaa mata duree ’’Dandeettii qormaata dandamachuu Dubaroota Afrikaa ijaaruu, Qabeenya Qilleensaa, Walitti bu’iinsaafi Egeree itti fufaa’’ jedhuun gaggeeffameera. Yaa'icharratti Ergaa Kan…

Continue ReadingDubartootniifi Daa’imman Barnootaaf Haala Mijataa Akka Argatan Taasisneerra – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo

Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaan Finfinneetti Taa’amaa Ture Goolabameera.

AMN PLUS - Guraandhala 08/18 Yaa'ii Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa Mata Duree 'Dhiyeessii Bishaanii Itti Fufiinsa Qabuufi Sirnoota Eegumsa Qulqullinaa Nageenyummaan Isaa Eegame Mirkaneessuu; Milkaa'ina Galmoota Agandaa 2063'f' Jedhuun Guyyoota…

Continue ReadingYaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaan Finfinneetti Taa’amaa Ture Goolabameera.

Finfinneen Teessoo Gamtichaa Sirrii Ta’uu Gochaan Agarsiisteetti – Komiishinar Muhaammad Alii Yusuuf

AMN PLUS - Guraandhala 08/2018 Itoophiyaan Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa Sirnaan Keessummeessuu Isheef Kan Galateeffatan Komiishinarri Komiishinii Gamtaa Afrikaa Muhaammad Alii Yusuuf Gamtichi Itoophiyaanotaaf Galata Addaa Qaba Jedhaniiru. Yaa'ichi…

Continue ReadingFinfinneen Teessoo Gamtichaa Sirrii Ta’uu Gochaan Agarsiisteetti – Komiishinar Muhaammad Alii Yusuuf

Yaa’iiwwan lameen milkaa’ina addaatiin goolabamaniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Guraandhala 08/2018 Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afriikaa 39ffaa fi Yaa'iin Afriikaa-Itaalii 2ffaan kan duraarraa bifa adda ta'een haala ho'aafi milkiin gaggeeffamaa turuun goolabamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…

Continue ReadingYaa’iiwwan lameen milkaa’ina addaatiin goolabamaniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee