AMN PLUS Guraandhala 9, 2017
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahamud waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.
Hariiroon haarome hojii wal irraa hin cinne barbaada jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.