Kantiibaa Adaanech Abeebeen ayyaanotni Moolidaafi Damaraa nagaan akka kabajamaniif qaamolee tumsan galateeffatan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebeen ayyaanotni Moolidaafi Damaraa nagaan akka kabajamaniif qaamolee tumsan galateeffatan

AMN Fulbaana 16, 2016:- Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen qaamolee Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan akka xumuramu tumsan galateeffataniiru.

Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa duudhaa isaa eegee haala miidhagaa ta’een akka kabajamu qaamolee qooda qaban hunda galateeffataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review