Paartiin Badhaadhinaa milkaa’inoota Itoophiyaa gargaarsa jalaa baasuuf dandeessisan galmeesseera – Obbo Adam Faaraah

You are currently viewing Paartiin Badhaadhinaa milkaa’inoota Itoophiyaa gargaarsa jalaa baasuuf dandeessisan galmeesseera – Obbo Adam Faaraah

AMN – Bitootessa 22/2017

Paartiin Badhaadhinaa yeroo gabaabaa keessatti Itoophiyaa gargaarsa jalaa baasuun birmadummaa hunda galeessatti ceesisuuf kan dandeessisan milkaa’inoota hedduu galmeessuusaa Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Dimokiraasii fi Pirezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah himan.

Paartichi mootummaa fudhatama qabu ijaaruuf rakkoowwan karaa nagaan akka furamaniif xiyyeeffannoo addaa kennee hojjetaa jiraachuu dubbatan.

Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Dimokiraasii fi Pirezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah milkaa’inoota waggoottan jijjiiramaa argamaniifi kallattiiwwan xiyyeeffannoo fuula duraa irratti ibsa kennaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply