Enzoo Maareeskaan Cheelsii gadhiisan

You are currently viewing Enzoo Maareeskaan Cheelsii gadhiisan

AMN PLUS – Mudde 23/2018

Leenjisaan Lammii Itaalii Enzoo Maareeskaa fi Kilabni Chelsii waliigalteen gargar bahan.

Cheelsiin ibsa baaseen “Maareeskaan hojii leenjisummaa isaaniin milkiin Waancaa Liigii Konfiraansii fi Waancaa Kilaboota Addunyaan galmeessise seenaa murteessaa kilabichaa ta’uun itti fufa” jedheera.

Maareeskaan kilaba Landan Chelsii waliin baatiiwwan 18 turan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply