“Gaggeessummaan walitti dhufeenya namoomaan raawwatama” Waajjira Ministira Muummee

You are currently viewing “Gaggeessummaan walitti dhufeenya namoomaan raawwatama” Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS – Mudde 28/2018

Gaggeessummaan imaammataafi dhaabbileen qofa osoo hin taane hariiroo namoomaan akka raawwatamu Waajjirri Ministira Muummee beeksise.

Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin hojjettoota Waajjira Ministira Muummee gidduutti argamuu kennaa ayyaana qillee kennaniiru.

Hojjettoota galii gadi aanaa qabaniifi daa’imman waajjirrichi deeggaruufi guddisuuf kenna ayyaana waggaa kennuun maaddii qoodaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply