Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa konkolaataa har’a mudateen lubbuun namoota 9 darbuu Poolisiin Finfinnee beeksiseera

AMN PLUS Waxabajjii 16/2017 Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa konkolaataa har’a mudateen lubbuun namoota 9 darbuu Poolisiin Finfinnee beeksiseera. Poolisiin Magaalichaa AMN Dijitaal Miidiyaatti akka himetti namoota lubbuun…

Continue ReadingMagaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa konkolaataa har’a mudateen lubbuun namoota 9 darbuu Poolisiin Finfinnee beeksiseera

Minsitirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ogeessota miidiyaa dhaabbilee Miidiyaa Uummataa fi dhuunfarraa walitti dhufan waliin mari’achuu ibsan

AMN PLUS- Waxabajjii 16/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaanin dabarsaniin Ogeessota miidiyaa dhaabbilee Miidiyaa uummataa fi dhuunfaarraa walitti dhufan waliin mari’achuu ibsaniiru. Mariin kunis mariiwwan qooda…

Continue ReadingMinsitirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ogeessota miidiyaa dhaabbilee Miidiyaa Uummataa fi dhuunfarraa walitti dhufan waliin mari’achuu ibsan

Lammii Chaayinaa sababa iji isaa xixiqqoo taateef waaca keessummeessa jira

AMN PLUS- Waxabajjii 16/2017 Lammiin Chaayinaa Maqaan Isaa Lii Jedhamu nama umrii dargaggummaarra jiru yoo tahu konkolaataa elektirikaa bitate. Konkolaataan Bitate Moodela ‘Xiaomi SU7 Max’ yoo tahu soofti weeriin konkolaatichaa…

Continue ReadingLammii Chaayinaa sababa iji isaa xixiqqoo taateef waaca keessummeessa jira

Hara Habaasirratti Fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira jedhame

AMN PLUS-Waxabajjii 15 /2017 Ogeeyyiin miidiyaafi waldaalee daawwachiftotarraa hirmaatan Magaalaa Shaashamannee Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaatti Hara Habaas daawwatan Harri Habaas Godina Arsii Lixaatti daangaa Naannoo Sidaamaafi Oromiyaarratti kan argamu yoo…

Continue ReadingHara Habaasirratti Fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira jedhame

Jiilli Ispoorteessitoota Tapha Guutuu Itoophiyaa 6ffaa irratti hirmaataa jiran Magaalaa Aggaarootti biqiltuu dhaaban

AMN PLUS-Waxabajjii15/2017 Jiilli Ispoorteessitoota Tapha Guutuu Itoophiyaa6ffaa irratti hirmaataa jiran Magaalaa Aggaaroo kaampaasii Aggaarootti biqiltuu dhaaban. Sagantaa dhaabbii biqiltuu kana irratti Deetaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Makkiyyuu Mahaammadiin dabalatee…

Continue ReadingJiilli Ispoorteessitoota Tapha Guutuu Itoophiyaa 6ffaa irratti hirmaataa jiran Magaalaa Aggaarootti biqiltuu dhaaban

Ji’oottan sadan dhufanitti namoota kuma 100 fi kuma 85 oliif yaala fayyaa bilisaa kennuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee beeksise

AMN PLUS- Waxabajjii 15/2017 Ji'oottan sadan dhufanitti namoota kuma 100 fi kuma 85 oliif yaala fayyaa bilisaa kennuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Sagantaan jalqabsiisa karoora guyyaa 90…

Continue ReadingJi’oottan sadan dhufanitti namoota kuma 100 fi kuma 85 oliif yaala fayyaa bilisaa kennuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee beeksise

Yuunivarsiitiin Barnootaa Kotobee barattoota muummee garaa garaa barsiisaa ture eebbisiisa jira

AMN PLUS- Waxabajjii 15/207 ‎Sirna eebbichaarratti Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Pirezidaantin Yuunivarsiitii Barnootaa Kotobee Biraanamasqal Xannaa (Dr.), Hooggansi Yuunivarsiitichaafi maatiin barattootaa argamaniiru. ‎Yunivarsiitichi barattootni 1989 kan eebbisiisaa jiru…

Continue ReadingYuunivarsiitiin Barnootaa Kotobee barattoota muummee garaa garaa barsiisaa ture eebbisiisa jira