Magaalaa Shaggaritti Eksipoon Invastimentii Idil-adunyaa adeemsifamuufi AMN PLUS-Waxabajji 27/2017 Ekispoon Invastimentii Idil-Addunyaa jalqabaa mata duree "Shaggaritti Invastii taasisaa"jedhuun, Magaalaa Shaggaritti gaggeeffamuufi Ekispoon Invastimentii Idil-Addunyaa guyyoota Sadiif turu, guyyaa borii Magaalaa…

Continue Reading

Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa xumuramuun xiyyeeffannoo midiyaalee jajjaboo Idil addunyaa argate

AMN PLUS- Waxabajjii 27/2017 Gabaasaalee Idil addunyaa akka BBC,AFP, Aljazera,Sudan Tribune , New York times,Xinhua,CGTN ,Anadolu,Al Arabiya,France 24 fi Africa news Ijaarsi Hidhaa Haaromsaa xumuramuun dhiyeennatti akka Eebbifamu haasaa Ministira…

Continue ReadingIjaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa xumuramuun xiyyeeffannoo midiyaalee jajjaboo Idil addunyaa argate

Abbaan Taayitaa Bittaafi Bulchiinsa qabeenya Mootummaa Adeemsi bittaa qabeenyaa karaa sirna bittaa eletironiiksiin raawwatamuun Isaa Bu’aa Buusuu Ibse

‎AMN PLUS Waxabajjii 27/2017‎ ‎Abbaan Taayitaa Bittaafi Bulchiinsa Qabeenyaa mootummaa hojii riifoormii sirna bittaafi bulchiinsa qabeenya Mootummaa ammayyeessuuf akka dhaabbatatti bara 2014 irraa eegalee hojjate ilaalchisuun waltajjii hubannoo uumuu hooggansaafi…

Continue ReadingAbbaan Taayitaa Bittaafi Bulchiinsa qabeenya Mootummaa Adeemsi bittaa qabeenyaa karaa sirna bittaa eletironiiksiin raawwatamuun Isaa Bu’aa Buusuu Ibse

Itoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaara biiliyoona 1 mallatteessan

AMN PLUS- Waxabajjii 27/2017 Itoophiyaa fi Baankiin Addunyaa fooyyessa diinagdee tumsuuf kan oolu waliigaltee deeggarsa Doolaara biiliyoona 1 mallatteessaniiru. Waliigalticha Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Baankii Addunyaatti Daayrekterri…

Continue ReadingItoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Doolaara biiliyoona 1 mallatteessan

Mukkeen Baargamoo Gaara Inxooxxoo irra jiran guutummaan kaafamuuf ta’uu himame

AMN PLUS- Waxabajjii 27/2017 Magaalaa Finfinnee Gaara Inxooxxoo irratti mukkeen Baargamoo argaman waggoota sadeen dhufan keessatti guutummaan akka kaafaman Biiroon Miidhagina Magaalaafi Misooma Magariisaa Magaalaa Finfinnee ibse. Hogganaan Biirichaa Obbo…

Continue ReadingMukkeen Baargamoo Gaara Inxooxxoo irra jiran guutummaan kaafamuuf ta’uu himame

Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 48ffaa taa’een ajandaawwan garagaraa irratti mari’achuun murtoowwan dabarse

AMN PLUS- Waxabajjii 27/2017 Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 48ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa jalqabarratti kan mari’ate wixineewwan labsii deeggarsa maallaqaafi waliigaltee liqaa raggaasisuuf dhiyaatan…

Continue ReadingManni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 48ffaa taa’een ajandaawwan garagaraa irratti mari’achuun murtoowwan dabarse

Ministirri Muummee Ingilaandi Lubbuun darbuu taphataa garee biyyaalessaa Poorchugaaliifi Liivarpuul Diyaagoo Jootaatiif gadda itti dhaga’ame ibsan

AMN PLUS- Waxabajjii 26/2017 Ministirri Muummee Ingilaandi Kiir Istaarmer Lubbuun darbuu Taphataa sarara Fuulduraa garee biyyaalessaa Poorchugaaliifi Liivarpuul Diyaagoo Jootaatiif gadda itti dhaga'ame ibsaniiru. Balaa Konkolaataa Diyaagoo Jootaa muudateen Obboleessa…

Continue ReadingMinistirri Muummee Ingilaandi Lubbuun darbuu taphataa garee biyyaalessaa Poorchugaaliifi Liivarpuul Diyaagoo Jootaatiif gadda itti dhaga’ame ibsan

Ministirri Muumee Abiyyi Ahimad (Dr) karoora Ashaaraa Magariisaa baranaa milkeessuuf hunduu hirmaachuu akka qabu waamicha dabarsan

AMN PLUS Waxabajjii 26, 2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) galmi Ashaaraa Magariisaa baranaa akka milkaa’uuf hundumtuu hirmaachuu akka qabu waamicha dhiyeessaniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad guyyaa har’aa gabaasa raawwii hojii…

Continue ReadingMinistirri Muumee Abiyyi Ahimad (Dr) karoora Ashaaraa Magariisaa baranaa milkeessuuf hunduu hirmaachuu akka qabu waamicha dabarsan

Bara kana lammilee miiliyoona 4. 5 oliif carraan hojii uumamuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

AMN PLUS- Waxabajjii 26/2017 Akka biyyaalessaatti bara kana lammiilee miiliyoona 4.5 caalaniif carraan hojii uumuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.), ibsa Miseensota Mana Maree Bakka Bu'ootaaf taasisaniin himaniiru. Ministirri Muummee…

Continue ReadingBara kana lammilee miiliyoona 4. 5 oliif carraan hojii uumamuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan