Filannoo 3ffaa Baarseloonaa kan ture Raashfoordi akkamiin gara 1ffaatti dhufe?

AMN PLUS, Adoolessa 18/2017 Mul’atni Doktara kabajaa Maarkas Raashfoordi kilaba keessatti waa mara arge kilaba guddicha warra Ingilaandi Maanchistar Yuunaayitidiif taphachuu qofa ture. Jalqabaa qabee miira injifannoo kilabichaa keessatti kan…

Continue ReadingFilannoo 3ffaa Baarseloonaa kan ture Raashfoordi akkamiin gara 1ffaatti dhufe?

Magaalaa Finfinnee balaa lolaafi isaan walii wal qabatanii uummamuu malan irraa bilisa taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun ibsame

AMN PLUS- Adoolessa 18/2017 Magaalaa Finfinnee balaa lolaafi isaan W wal qabatanii uummamuu malan irraa bilisa taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Hoji Gaggeessaa Magaalattii beeksisa ‎Waajjirri Hoji Gaggeessaa Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingMagaalaa Finfinnee balaa lolaafi isaan walii wal qabatanii uummamuu malan irraa bilisa taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun ibsame

Bara bajataa 2018tti dinagdee naannichaa bayyannachiisuuf kan hojjetamu ta’uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksise

‎AMN Plus- Adoolessa 18/2017 ‎Bara bajataa 2018tti dinagdee naannichaa bayyannachiisuuf kan hojjetamu ta'uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksiseera. ‎Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaa Obbo Haayiluu Addunyaa karoora barichaaf akka naannootti qabame ilaalchisuun…

Continue ReadingBara bajataa 2018tti dinagdee naannichaa bayyannachiisuuf kan hojjetamu ta’uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksise

Dhaabbileen Lama Lageeniifi naannoo Faalan Birrii Kuma 600’n Adabaman.

‎AMN PLUS- Adoolessa 18/2017 ‎Dhaabbileen lama lageeniifi naannoo faalan birrii kuma 600’n adabamuu Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee beeksise. ‎Dhaabbileen Kunneen lagaafi naannoo faaluu isaanii Hoji Raawwachiisaa Ol'aanaan Abbaa…

Continue ReadingDhaabbileen Lama Lageeniifi naannoo Faalan Birrii Kuma 600’n Adabaman.

Rooba guyyaa 16/2017 roobeen lolaa uumameerratti yaadonnii hin barbaachisnee kannaamaa jiraachuu isaa Biiroon kominiikeeshinii Magaalaa Finfinnee beeksise.

‎AMN PLUS- Adoolessa 17/2017 ‎Magaalaa finfinneetti rooba guddaa guyyaa 16/2017 roobeen lolaa uumameerratti yaada namoonni tokko tokkoo kennan kan hin barbaachifnee ta'uutu ibsame ‎Waqtii isaa eeggatee rooba guddaa roobeen misooma…

Continue ReadingRooba guyyaa 16/2017 roobeen lolaa uumameerratti yaadonnii hin barbaachisnee kannaamaa jiraachuu isaa Biiroon kominiikeeshinii Magaalaa Finfinnee beeksise.

Magaalaa Finfinneetti namni dhuunfaa xuraawaa mana fincaanii gadilakkisee naannoo faale birrii kuma 300’n adabaame

‎ ‎AMN PLUS- Adoolessa 17/2017 ‎ ‎Dhaabbanni Gorsaa Kilaasiik Injiinarsi jedhamu kutaa magaalaa Qirqoos Aanaa 03 iddoo addaa Goorgisii jedhamutti xuraawaa mana fincaanii gadidhiisuun naannoo kan faale adabaamuu isaa Abbaan…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti namni dhuunfaa xuraawaa mana fincaanii gadilakkisee naannoo faale birrii kuma 300’n adabaame

Aleeksaandar Asaak Niwkaastilii bahuuf fedhii qabaachuun hordofee liivarpuul ammuma irraa sochii eegale

AMN PLUS-Adoolessa 17/2017 Aleeksaandar Asaak Niwkaastilii bahuuf fedhii qabaachuu hordofee liivarpuul ammuma irraa taphataa kana fudhachuuf sochii eegaluu the sun gabaase. Amma dura gatii jijjiirraa paawondii mil.130 Niwukastiliif kan dhiyeesse…

Continue ReadingAleeksaandar Asaak Niwkaastilii bahuuf fedhii qabaachuun hordofee liivarpuul ammuma irraa sochii eegale

Abbaan kalaqaa lafee beeyladaa irraa xaa’oo orgaanikii uume badhaasa Siraaraa injifate

‎AMN PLUS, Adoolessa 17/2017 Abbaan kalaqaa lafee beeyladaa irraa xaa’oo orgaanikii uume badhaasa Siraaraa injifateera. Sagantaan badhaasa siraaraa qopheessummaa Baankii Hijraan hoji uumtootaafi qaamolee kennaa kalaqa addaan gidduutti gaggeeffamaa ture…

Continue ReadingAbbaan kalaqaa lafee beeyladaa irraa xaa’oo orgaanikii uume badhaasa Siraaraa injifate