Daandiirra warri jiraatan Waashingitan keessaa bahuu qabu- Tiraamp

‎AMN PLUS - Hagayya 5/2017 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp namoonni daandiirra jiraatan hatattamaan' Waashingitan DC keessaa bahuu akka qaban himan. ‎Tiraamp yakka magaalichatti hojjetamu xiqqeessuuf murtoo kana dabarsuu ibsaniiru. ‎Warra…

Continue ReadingDaandiirra warri jiraatan Waashingitan keessaa bahuu qabu- Tiraamp

Awustiraaliyaan Paalaastaayiniif beekamtii ni kenniti- Antoonii Albaaneez

‎AMN PLUS - Hagayya 5/2017 Awustiraaliyaan baatii Fulbaanaa keessa mootummaa Paalastaayiniif beekamtii kennuuf akka jirtu beeksiste. ‎Awustiraaliyaan tarkaanfii walfakkaataa UK, Faransaay fi Kaanaadaan fudhatan hordofuun murtoo ishee beeksisuutu dhaga'ame. ‎Baatii…

Continue ReadingAwustiraaliyaan Paalaastaayiniif beekamtii ni kenniti- Antoonii Albaaneez

Dhaabbilee tajaajila damee dhuunfaa kallattii garaa garaan deeggaruu barbaachisa- Kantiibaa Adaanech Abebee

‎AMN PLUS - Hagayya 05/2017 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abebeen dhaabbilee tajaajila damee dhuunfaa kallattii garaa garaan deeggaruun baay’ee barbaachisaa ta’uu ibsan. ‎Kantiibaa Adaanech Abebeen kana kan dubbatan Faawundeeshiniin…

Continue ReadingDhaabbilee tajaajila damee dhuunfaa kallattii garaa garaan deeggaruu barbaachisa- Kantiibaa Adaanech Abebee

Anjeliinaa Juuliin Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Qiddus Pheexiroos daawwatte

AMN PLUS- Hagayya 05/2017 Ogeettiin fiilmii beekamtuun lammii Amerikaa Anjeliinaa Juuliin Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Qiddus Pheexiroos daawwatte. Akka odeeffannoo Hospitaalichi AMN'f ergeetti, Anjeliinaan Giddugala Yaala Daranyoo Sombaa dawaan wal bareetti tajaajila…

Continue ReadingAnjeliinaa Juuliin Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Qiddus Pheexiroos daawwatte

Bittaan Birrii Biiliyoona 308 sirna bittaa elektrooniksiin raawwatameera- Masarat Masqalee

‎ ‎AMN PLUS - Hagayya 05/2017 ‎Abbaan Taayitaa Bittaa Qabeenyaa Mootummaa Federaalaa bara baajataa 2017 darbetti Birrii Biiliyoona 308 ol tahuun sirni bittaa elektrooniksiin akka raawwate beeksise. ‎Daayirektarri Ol-aanaan Abbaan…

Continue ReadingBittaan Birrii Biiliyoona 308 sirna bittaa elektrooniksiin raawwatameera- Masarat Masqalee

Komishinichi Dhaabbata Cimaa Ijaaruuf hojjachaa jira- Komishinar Dabalee Qaabataa

‎AMN PLUS- Hagayya 05/2017 ‎Komishiniin Gumuruuka Itoophiyaa leenjifamtoota haaraaf Galma Bar-kumee keessatti sagantaa simannaa qopheessaa jira. ‎Sagantaa kana irratti Komishinarri komishinii Gumuruuka Itoophiyaa Dabalee Qaabataa, Pirezidaantii Yuunivarsiitii Finfinnee Saamu'eel Kiflee…

Continue ReadingKomishinichi Dhaabbata Cimaa Ijaaruuf hojjachaa jira- Komishinar Dabalee Qaabataa

Ajajaan Bahaa birmadummaa biyyaa kabachiisuu fi nageenya cimsuu itti fufa- Leetinaal Jeneraal Mahaammad Tasammaa

‎AMN PLUS - Hagayya 05/2017 Raayyaa Ittisa Biyyaatti ‎Ajajni Bahaa birmadummaa biyyaa eegsisuuf hojii nageenya cimsuu itti fufeera jechuun Ajajaan Izzichaa Leetinaal Jeneraal Mahaammad Tasammaa ibsaniiru. ‎Ajajaan Bahaa hundeeffama isaa…

Continue ReadingAjajaan Bahaa birmadummaa biyyaa kabachiisuu fi nageenya cimsuu itti fufa- Leetinaal Jeneraal Mahaammad Tasammaa

Waliigalteen Faayinaansii Buufata xiyyaaraa Abuseeraa ijaaruuf oolu mallattaa’e

‎AMN PLUS- Hagayya 05/2017 ‎Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa fi Baankiin Misoomaa Afirikaa waliigaltee bakka bu’iinsaa sosochii faayinaansingii (Mandate Letter) mallatteessan. Waliigalteen faayinaansii kun naannawaa magaalaa Bishooftuutti ijaarsa pirojeektii Buufata Xiyyaaraa Abuseeraa…

Continue ReadingWaliigalteen Faayinaansii Buufata xiyyaaraa Abuseeraa ijaaruuf oolu mallattaa’e

‎Naannoo Tigraayirraa Warqeen kuntaala 189 Baankii Biyyaalessaatiif dhiyaate

‎AMN PLUS- Hagayya 05/2017 ‎Bara baajataa 2017 xumurametti Naannoo Tigraayirraa Warqeen kuntaala 189 Baankii Biyyaalessaatiif dhiyaachuu isaa Biiroon Albuudaa Naannoo Tigraay beeksise. Itti Gaafatamaa Itti Aanaan Biiroo Albuudaa Naannichaa Obbo…

Continue Reading‎Naannoo Tigraayirraa Warqeen kuntaala 189 Baankii Biyyaalessaatiif dhiyaate