Giddu galeessa Wal’aansa Istirookii ijaaramuuf deggersa ni taasisna- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS- Hagayya 27/2017 Dhukkubsattootaa fi maatii biyya alaa deemanii wal'aanamuu hindandeenye kan boqochiisu giddugalli wal'aansa Istirookii ijaaramuuf akka jedhu kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Istirookiifi dhibeewwan daddarboo hin taane yeroodhaa…