Ameerikaan garee yakkamtootaa dhabamsiisuu ni dandeessi- Maarkoo Ruubiyoo
AMN PLUS- Hagayya 30/2017 Ameerikaan gareewwan yakkamtoota addunyaa kanaa dhabamsiisuu akka dandeessu Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoon beeksisan. Maarkoo Ruubiyoon wayita Ikuwaadoor daawwatanitti biyyoota akka Ikkuwaadoriin yoo wal ta'an…