Bu’aa gaarii guddina biyya keenyaaf bu’uura ta’e argaa jirra- Obbo Ahimad Shidee

‎AMN PLUS- Qaammee 3/2017 ‎Jijjiiramni Itoophiyaan damee hunda keessatti galmeessite ol ka'insa biyyattii akka agarsiisu Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee ibsaniiru. ‎Qaammee 3 Guyyaan Milkaa’inaa, "Milkaa'inni ol ka'insa waaraaf "mata…

Continue ReadingBu’aa gaarii guddina biyya keenyaaf bu’uura ta’e argaa jirra- Obbo Ahimad Shidee

Yeroo Hidhi Haaromsaa eebbifamutti Jaappaanitti imaluun keenya miira injifannoo dabalataa nuuf laata- Komaandar Atileet Silashii Sihin

AMN PLUS- Qaammee 3/2017 Jilli Atileetksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti geeggeeffamu irratti hirmaachuuf boru garas imala. Pirezdantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Komaandar Atileet Silashii Sihin AMN PLUS waliin…

Continue ReadingYeroo Hidhi Haaromsaa eebbifamutti Jaappaanitti imaluun keenya miira injifannoo dabalataa nuuf laata- Komaandar Atileet Silashii Sihin

Milkaa’inoota seenaa jijjiiran itti fufsiisuun badhaadhina Itoophiyaa ni mirkaneessina- MTKF

AMN PLUS-Qaammee 3/2017 Guyyaa milkaa’inaa kan kabajnu imala guddinaa eegalle daran guddisuun fi cimsuun badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessuuf akka ta’e Tajaajilli Kominikeeshinii Federaalaa beeksise. Tajaajilichi Qaammee 3, Guyyaa Milkaa’inaa, mata duree,…

Continue ReadingMilkaa’inoota seenaa jijjiiran itti fufsiisuun badhaadhina Itoophiyaa ni mirkaneessina- MTKF

Gaaddiddaa’uu addeessaa biyyoota garaa garaa keessatti mul’ate

AMN PLUS –Qaammee 3/2017 Itoophiyaa dabalatee, biyyoota garaa garaa keessatti, kaleessa gara galgalaa sa’aatii 12:40 irraa eegalee daqiiqota muraasaaf gaaddiddaa’uun addeessaa mul’atee ture. Qorataan Saayinsii Hawaa, Roodaas Taaddasaa (Dr.) gaaddiddaa’uun…

Continue ReadingGaaddiddaa’uu addeessaa biyyoota garaa garaa keessatti mul’ate

Afrikaanotni jijjiirama qilleensaa qolachuuf cimanii hojjatu

‎AMN PLUS - Qaammee 3/2017 ‎Yaa'iin Jijjiirama Qilleensaa Afrikaa 2ffaan har'aa eegalee guyyaa sadiif Finfinneetti adeemsifama. ‎Yaa'ichi " furmaata si'ataa Jijjiirama qilleensaa Idil addunyaaf, diinagdee magariisaa Afrikaa faayinaansiin deggeruu'' mata…

Continue ReadingAfrikaanotni jijjiirama qilleensaa qolachuuf cimanii hojjatu

Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Laayibeeriyaa magaalaa Monorooviyaa gahe

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Seeraaliyoon waliin taasisuuf Laayibeeriyaa magaalaa Monorooviyaa gahe. Garichi kaleessa halkan Kaayirootii ka'ee ganama Finfinnee galuun imala sa'aatii jahaa booda…

Continue ReadingGareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Laayibeeriyaa magaalaa Monorooviyaa gahe

Itoophiyaan tapha Ijiptiin walqabatee FIFA’f himannaa galfatte

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Itoophiyaa rakkoolee naamuusaa tapha Ijipt irratti mul'atan ilaalchisee himata Koree Naamuusaa FIFA'f erge. Federeeshinichi himata kanaan, deeggartoonni Ijipt kabaja faaruu biyyaalessaa Itoophiyaaf malu…

Continue ReadingItoophiyaan tapha Ijiptiin walqabatee FIFA’f himannaa galfatte

Milkaa’uuf gatii baramee ol kaffaluu nu barbaachisa- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS- Qaammee 3/2017 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad guyyaa Milkaa'inaa, har'a Qaammee 3 kabajamu ilaalchisuun ergaa dabarsaniin milkaa'ina argamsiisuuf daandii baramerraa bahuun, yeroo baramee ol hojjachuufi gatii baramee ol kaffaluun…

Continue ReadingMilkaa’uuf gatii baramee ol kaffaluu nu barbaachisa- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)