Fayyadamummaa uummataaf deeggarsi dabalataa birri biiliyoona 14 taasifamaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN Plus- Onkoloolessa 03/2018 Magaalaa Finfinneetti dameelee fayyadamummaa uummataa kallattiin mirkaneessaniif deeggarsa dabalataa birria biiliyoona 14 taasisaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Finfinneen misooma ilmaan namaa irratti…