Bara 2018’tti miseensota haaraa miliyoona 2.7 fayyadamoo tajaajila Inshuuraansii Fayyaa Hawaasaa taasisuuf karoofameera- Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee

AMN Plus Onkoloolessa 05, 2018 Hoogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr Yohaannis Caalaa, tajaajila Inshuuraansii Fayyaa Hawaasaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, bara 2018 Onkoloolessa 1 hanga Sadaasa 30'tti galmee tajaajila…

Continue ReadingBara 2018’tti miseensota haaraa miliyoona 2.7 fayyadamoo tajaajila Inshuuraansii Fayyaa Hawaasaa taasisuuf karoofameera- Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee

Raayilaa Odiingaa lubbun boqochuu hordofee Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa gaddaa dabarsan

AMN Plus- Onkoloolessa 05/ 2018 Ministiri Muummee Keeniyaa duraanii Raayilaa Odiingaan boqochuu hordofee Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ergaa gaddaa dabarsaniiru. Ummataa fi Mootummaa Itoophiyaa bakka bu'uun gaddi guddaan…

Continue ReadingRaayilaa Odiingaa lubbun boqochuu hordofee Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa gaddaa dabarsan

Namni Siyaasaa gameessi Keeniyaa Raayilaa Odiingaa lubbuun boqotan

AMN Plus – Onkoloolessa 05/2018 Ministirri Muummee Keeniyaa duraaniifi siyaasa Keeniyaa keessatti shoora olaanaa taphachaa kan turan Raayilaa Odiingaa lubbuun boqotan. Odiingaan biyya Hindiitti deemsa miillaa taasisaa osoo jiranii tasa…

Continue ReadingNamni Siyaasaa gameessi Keeniyaa Raayilaa Odiingaa lubbuun boqotan

Obbo Ahimad Shideen Daarektara Fandii Misooma Diinagdee Arabaa Kuweet waliin mari’atan

AMN Plus – Onkoloolessa 04/2018 Ministirri Maallaqaa Ahmad Shidee Walgahii Waggaa Baankii Addunyaa fi IMF cinaatti Daarektara Yeroo Fandii Misooma Diinagdee Arabaa Kuweet Waleed Al-Bahar waliin marii bu’a qabeessa taasisaniiru.…

Continue ReadingObbo Ahimad Shideen Daarektara Fandii Misooma Diinagdee Arabaa Kuweet waliin mari’atan

Baankiin Addunyaa misooma Itoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabu mirkaneesse

AMN PLUS- Onkoloolessa 04/2018 Baankiin Addunyaa inisheetiivota misooma murteessoo Itoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu Pirezidaantii Itti Aanaan Baankichaa Nidiyaamee Diyoop mirkaneessan. Jilli Ministira Maallaqaa Ahimad Shideen durfamu Yaa'ii Waggaa Baankii Addunyaafi…

Continue ReadingBaankiin Addunyaa misooma Itoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabu mirkaneesse

“Ammammoo waraana Yuukireen haa dhaabsisnu” Tiraamp

AMN PLUS- Onkoloolessa 4/2018 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp waraana Raashiyaafi Yuukireeniin dhaabsisuuf tattaaffii akka godhan ibsaniiru. Israa’el Tel Avivitti, waraana kana dhaabsisuuf ammallee akka hojjatan kan himan Pirezidaanti Tiraamp, yoo…

Continue Reading“Ammammoo waraana Yuukireen haa dhaabsisnu” Tiraamp

Ambaasaaddar Laggasaa Tulluu (PhD) Pirezidaanti Taayyee duratti dhi’aachuun waadaa seenan

AMN PLUS- Onkoloolessa 04/2018 Ambaasaaddar Laggasaa Tulluu (PhD) Jibuutiitti Ambaasaaddar aangoo guutuu Itoophiyaa ta’uudhaan Pirezidaantii FDRI Taayyee Atsqa Sillaasee harkaa xalayaa muudama isaanii fudhachuun waadaa seenaniiru. Ambaasaaddar Laggasaan hojiiwwan hariiroo…

Continue ReadingAmbaasaaddar Laggasaa Tulluu (PhD) Pirezidaanti Taayyee duratti dhi’aachuun waadaa seenan

Riifoormiin diinagdee Itoophiyaa biyyoota kaaniif fakkeenya- IMF

AMN PLUS- Onkoloolessa 04/2018 Jilli Ministira Maallaqaa Ahimad Shideen durfamu Daarektara Itti Aanaa Dhaabbata Maallaqa Addunyaa (IMF) Niigeel Kilaark waliin mari'ate. Jilichi Ministira Maallaqaa Obbo Ahimed Shidee dabalatee Bulchaa Baankii…

Continue ReadingRiifoormiin diinagdee Itoophiyaa biyyoota kaaniif fakkeenya- IMF

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Gamoo Siiniimaa ammayyaa eebbisuun tajaajilaaf banan

AMN PLUS- Onkoloolessa 04/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo Siiniimaa ammayyaafi guddicha eebbisuun tajaajilaaf banuu ibsan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Har'a ogeeyyii aartiif aaga dabalataa kan ta'e…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Gamoo Siiniimaa ammayyaa eebbisuun tajaajilaaf banan

Hayyoonni dhimma ulaa galaanaa hawaasa addunyaa hubachiisuuf miidiyaalee fayyadamuu qabu- Pirezidaantii Yuunivarsitii Salaalee Dr. Fayyeeraa Dhiinsaa

AMN PLUS- Onkololeessa 04/2018 Gaaffii itti fayyadama ulaa Galaanaa Itoophiyaan gaafachaa jirtu milkeessuuf, hayyoonni qorannoofi qo’annoo gaggeessuun cinatti miidiyaaleetti fayyadamuun sadarkaa idil-addunyaatti dhiibbaa taasisu qabu jedhan Pirezidaantiin Yuunivarsitii Salaalee Dr.…

Continue ReadingHayyoonni dhimma ulaa galaanaa hawaasa addunyaa hubachiisuuf miidiyaalee fayyadamuu qabu- Pirezidaantii Yuunivarsitii Salaalee Dr. Fayyeeraa Dhiinsaa