Adaamaatti Wiirtuun Kenna Tajaajila Iddoo Tokkoo tajaajila saffisiisaa jira

AMN PLUS- Onkoloolessa 17/2018 Adaamaatti wiirtuun kenna tajaajila iddoo tokkoo kenniinsa tajaajila saffisiisaa akka jiru ibsameera. Itti Aanaa Kantiibaafi Qindeessaan Kilaastara Tajaajilaa Magaalaa Adaamaa Obbo Nigaatuu Mootummaa, Wiirtuun Kenna Tajaajila…

Continue ReadingAdaamaatti Wiirtuun Kenna Tajaajila Iddoo Tokkoo tajaajila saffisiisaa jira

“Olola sobaaf gurra osoo hin laatin warri misooma cinaa dhaabattan galatatu isiniif mala” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Plus- Onkoloolessa 16/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaamolee Misooma Kooriidarii Marsaa 2ffaan kallattii afuriin ijaaraman milkeessuu keessatti qooda olaanaa bahataniif sagantaa galateeffannaa qopheesseera. Kooriidariiwwan Addababa'ii Masqalaa-Magganaanyaa-Saawuzgeet, Gaaraazhi Ambassa-Gooroo, CMC-Daandii Terminaala…

Continue Reading“Olola sobaaf gurra osoo hin laatin warri misooma cinaa dhaabattan galatatu isiniif mala” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Hidhi Koyishaa waggaatti anniisaa Giigaa Waattii 6,344 maddisiisa

AMN Plus- Onkololeessa 17/2018 Piroojektiin Madda Anniisaa Kooyishaa waggaan anniisaa Giigaa Waattii kuma 6 fi 344 maddisiisuun fedhii dhiyeessii anniisaa guutuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Piroojektiin…

Continue ReadingHidhi Koyishaa waggaatti anniisaa Giigaa Waattii 6,344 maddisiisa

MM Abiyyi Ahimad (PhD) boru gaaffilee Miseensota Mana Maree irraa dhiyaatuuf deebiifi ibsa ni kennu

AMN Plus - Onkoloolessa 17/2018 Ministirii Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) guyyaa boruu gaaffiilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’aniif deebiifi ibsa ni kennu. Manni Marichaa guyyaa boruu ganama…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) boru gaaffilee Miseensota Mana Maree irraa dhiyaatuuf deebiifi ibsa ni kennu

Jalqabbiin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa, Ruwaandaa ga’eera

AMN Plus - Onkoloolessa 17/2018 Ruwaandaan tibba gannaa bara 2024-2025tti biqiltuu miiliyoona 65 dhaabuuf duula jalqabsiiste. Duulli kun mata duree "Biqiltuu Dhaabaa, Kunuunsaa Guddisaa, Dachee Baraaraa" jedhuun eegalame. Inisheetiiviin kun…

Continue ReadingJalqabbiin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa, Ruwaandaa ga’eera