Itoophiyaatti aangoon karaa nagaa qofaan qabatama – MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN PLUS-Onkoloolessa 18/2018 Itoophiyaatti ce'umsa aangoo karaa nagaa qofaatu barbaachisa jechuun Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsaniiru. Dhimma nageenyaa irratti miseensotni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa kaasaniif deebii kennaa…