Guyyaan Maanguddootaa sadarkaa Magaalaa Finfinneetti Giddugala Soorataa Tasfaa Birhaan 26ffaatti kabajamaa jira
AMN Plus- Onkoloolessa 19/2018 Biiroon Dubartootaa, Daa'immaniifi Hawaasummaa Magaalaa Finfinnee Guyyaa Maanguddootaa Giddugala Soorataa Tasfaa Biraan 26ffaatti kabajaa jira. Guyyichi sadarkaa idil-addunyaatti yeroo 35ffaafi akka Itoophiyaatti yeroo 34ffaaf mataduree "Nageenyaafi…