“Itoophiyaan dhibee Hemoraajik to’achuuf sochiin taasisaa jirtu kan dinqisiifatamudha” Dr. Teediroos Adihaanoom

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Daayirektarri Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr. Teediroos Adihaanoom, Itoophiyaan Itoophiyaan dhibee Hemoraajik to'achuuf sochiin taasisaa jirtu kan dinqisiifatamu ta'uu himan. Ministeerri Fayyaa FDRI naannoo Kibba Itoophiyaa…

Continue Reading“Itoophiyaan dhibee Hemoraajik to’achuuf sochiin taasisaa jirtu kan dinqisiifatamudha” Dr. Teediroos Adihaanoom

“Sababaa Fiilmii kanaa natti dhukaafamee irraa ooleera” Daayirektara Fiilmii Teediroos Tashooma

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Raayyaa Ittisa Biyyaatiin fiilmiin seena-qabeessi hojjachiifame “Silannaat Midir” Damee “Visual Effect” filatamaa jedhuun sadarka Afriikaatti badhaafamaa ta’eera. Fiilmiin kun Badhaasa Fiilmii Afriikaa “Oskaarii Afriikaa” jedhamuun waltajjii…

Continue Reading“Sababaa Fiilmii kanaa natti dhukaafamee irraa ooleera” Daayirektara Fiilmii Teediroos Tashooma

Humni Qilleensaa teeknooloojii aviyeeshinii ammayyaa hidhateera- Meejar Jeneraal Nagaraa Lalisaa

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Humni Qilleensaa Itoophiyaa hidhannoowwan bu’aa teeknooloojii aviyeeshinii ammayyaa ta’an hunda kan hidhate ta’uu Ajajaa Itti Aanaa Humna Qilleensaa Dhimmoota Loojistikii Qilleensaa Meejar Jeneraal Nagaraa Lalisaa himaniiru.…

Continue ReadingHumni Qilleensaa teeknooloojii aviyeeshinii ammayyaa hidhateera- Meejar Jeneraal Nagaraa Lalisaa

Waldaalee taaksii dabaree qabsiiisan kaffaltii seeraan ala harkaan sassaaban irratti tarkaanfiin akka fudhatamu himame

AMN PLUS – Sadaasa 5/2018 Waldaaleen Iddoo Dhaabbii Konkolaataafi Qabsiisa dabaree tajaajila guddina Magaalichaa waliin walsimuu fi teeknooloojiin deeggaramu kennuun akka irraa eegamu Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingWaldaalee taaksii dabaree qabsiiisan kaffaltii seeraan ala harkaan sassaaban irratti tarkaanfiin akka fudhatamu himame

“Loltuu Dargiin ture, hojii dhabees rakkadheera, amma garuu misooma Finfinneen buddeen naaf ba’e”

AMN PLUS – Sadaasa 5/2018 Laggasaa Baqqalaa jedhamu, duraan loltuu Dargii turan, amma Ogeessa Suuraati. Loltummaa keessaa erga bahanii hojii argachuun isaaniif salphaa hin turre. “Hojii dhabee hedduu rakkadhee ture,…

Continue Reading“Loltuu Dargiin ture, hojii dhabees rakkadheera, amma garuu misooma Finfinneen buddeen naaf ba’e”

Chaayinaatti Kaampaaniin Roobootii agarsiisaaf dhiyeesse maaliif miila isaa waltajjii irratti kute?

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Wanti waltajjii irra oliifi gadi deemu, daawwattoota galmicha keessa jiru ajaa’ibsiiseera. Yoo fuula isaa ilaalan waan haguugame jiruuf waan keessa jiru adda baafachuun rakkoo itti taheera.…

Continue ReadingChaayinaatti Kaampaaniin Roobootii agarsiisaaf dhiyeesse maaliif miila isaa waltajjii irratti kute?

Sagaleen Afriikaa addunyaa irratti dhageettii argateera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS – Sadaasa 5/2018 Afrikaan konfiraansii Jijjiirama Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (COP 30) bara 2025 Biraazil Beelem keessatti gaggeeffame irratti sagalee tokkoon dubbattee addunyaan dhaggeeffatteetti jedhan Ministirri Muummee FDRI…

Continue ReadingSagaleen Afriikaa addunyaa irratti dhageettii argateera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)