‎Tajaajila qulqullina qabu kennuuf MASOB gumaacha olaanaa qaba- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 7/2018 Dhamaatii tajaajilaa hambisuuf tajaajilli iddoo tokko MASOB gumaacha olaanaa akka qabu Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. ‎Obbo Tamasgeen Xurunaa Tajaajila iddoo tokkoo MASOB…

Continue Reading‎Tajaajila qulqullina qabu kennuuf MASOB gumaacha olaanaa qaba- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Magaalota jiraattotaaf mijaa’oo uumuun maqaa gaarii biyyaas ni ijaarra- Aadde Caaltuu Saanii

AMN PLUS- Sadaasa 7/2018 ‎Maagaalonni agarsiistuu badhaadhina biyyaafi madda qaroominaa akka ta'aniif xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu'uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii. ‎Adde Caaltuun Fooramii Magaalota Itoophiyaa 10ffaa…

Continue ReadingMagaalota jiraattotaaf mijaa’oo uumuun maqaa gaarii biyyaas ni ijaarra- Aadde Caaltuu Saanii

Qaala’iinsa gabaa dhibbeentaa baaqqeetti deebisuuf karoorfameera- obbo Jaanxiraar Abbaayi

AMN PLUS- Sadaasa 07/2018 Ji'oota 8 itti aanan keessatti Magaalaa Finfinneetti haalota gabaa ittiin tasgabbeessuun dandaa'amu irratti hooggantoota magaalattiifi Koree dhimmicha hoogganuuf hundaa'e waliin mariin taasifame. Dhiyeessii dabaluufi sirna too'annoo…

Continue ReadingQaala’iinsa gabaa dhibbeentaa baaqqeetti deebisuuf karoorfameera- obbo Jaanxiraar Abbaayi

Pirojektonni invastimentii 300 ol godinichatti argamu

AMN PLUS - Sadaasa 07/2018 Naannoo Gidduu galeessa Itoophiyaa Godina Guraageetti pirojektoonni invastimentii 344 hojjetamaa jiraachuu Qajeechi Invastimeentii Indastirii Godinichaa beeksise. Ayyaana saboota, sablammoota fi uummattoota Itoophiyaa marsaa 20ffaa Naannichaatti…

Continue ReadingPirojektonni invastimentii 300 ol godinichatti argamu

Finfinneen malaammaltummaa ittisuun fakkeenya gaarii ta’uu ibsame

‎AMN PLUS-Sadaasa 6/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ‎Malaammaltummaa ittisuun hojii fakkeenya gaarii qabu hojjechuun ibsame. ‎Komishinarri Komishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Jamaal Radii dhaloota naamusaan, dhaabbilee ammoo Hojimataan haala barsiisuun danda'amu irratti…

Continue ReadingFinfinneen malaammaltummaa ittisuun fakkeenya gaarii ta’uu ibsame