Waa’ee Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu hagam beektu?

You are currently viewing Waa’ee Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu hagam beektu?

‎AMN PLUS- Amajjii 02/2018

👉 Hojiin boqonnaa jalqabaa ijaarsa buufata xiyyaarichaa waggaatti imaltoota Miliyoona 60 keessummeessuuf gahumsa qaba.

👉 Finfinnee irraa kallattii Kibba Bahaatti KM 40 fagaachuun ol ka’iinsa lafaa galaanarraa Meetira 1,910 irratti kan argamtu Magaalaa Bishooftuutti ijaarama.

👉 Ijaarsi isaa yeroo xumuramu, Afrikaa buufatalee geejjiba qilleensaa idil addunyaa irraa ishee adda duree taasisa.

👉 Biyyattiin waggaatti imaltoota Miliyoona 110 akka keessummeessitu gahumsa uumaaf.

👉 Bishooftuun hojii xiyyaarotaaf naannawa mijatu qabdi.

👉 Bishooftuun imaltoota bakka gahumsa isaanii Itoophiyaa taasifataniifi kanneen keessa boqotanii darbaniif magaalaa haala mijataa qabdudha.

👉 Seenaa Afrikaa keessatti bu’uura pirojektii misooma daandii qilleensaa isa guddaa taha.

👉 Haala geejjiba qilleensaa duraan ture waliin hojmaata salphaa dhumatti wal sime uuma.

👉 Buufatni Xiyyaara Idil Addunyaa Boolee waggaatti imaltoota Miliyoona 25 keessummeessuuf gahumsa qaba.

👉 Itoophiyaa Ulaa Geejjiba xiyyaaraa Afrikaa keessaa ishee adda duree taasisuuf karoorfameera.

👉 Rifoormii diinagdee biyya keessaa, ajandaa indastirii babal’isuu fi tarsiimoo aviyeeshinii baroota dheeraa waliin kan wal simedha.

👉 Pirojektichi dorgomtummaa idil addunyaa daandii xiyyaara Itoophiyaa cimsa.

👉 Bu’uura Daldala Bilisaa Afriikaa “AfCFTA”tiin gahumsa Afrikaa wal quunnamsiisuu guddisa.

👉 Koriidaroota daldalaafi tuurizimii bal’isa.

👉 Itoophiyaa wiirtuu walgeettii ardiilee taasisa.

#PMOEthiopia

#flytoethiopia

#ethiopianairlines

#linkaddis

#Ethiopia

#aviation

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply