Afrikaan dhageettii addunyaarratti qabdu dabaluuf carraa jiru hundumaatti fayyadamuu qabdi- Muusaa Faakii Mahmat

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017

Afrikaan dhageettii addunyaarratti qabdu dabaluuf carraa jiru hundumaatti dhimma bahuu qabdi jedhan Koomishinarri Koomishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat.

Yaa’iin Koree Hoji Raawwachiiftuu Gamtaa Afriikaa 46ffaan Finfinneetti eegalameera.

Afrikaan Ardii qabeenya uumamaan badhaates taatu carraa jirutti waan dhimma hin baaneef jijjiiramni yaadame hin argamne jedhan.

Kanaaf furmaatni carraa qabnu gara dinagdeetti jijjiiruun dhiibbaa sadarkaa addunyaatti Afrikaan uumtu cimsuu qabnaa jedhaniiru.

Sanyii Taaddasaatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply