Pireezidaant Taayyee Atsiqasillaasee ergaa baga geessanii dabarsan

You are currently viewing Pireezidaant Taayyee Atsiqasillaasee ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS – Ebla 11/2017

Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoos kan bara 2017 sababeeffachuun hordoftoota amantii kiristaanaa maraan ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ayyaanichi kan jaalalaa, kan gammachuufi waloomaa akka isinii ta’un hawwa jedhaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply