Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

You are currently viewing Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsan

AMN PLUS – Ebla 11/2017

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo hordoftoota amantii kiristaanaa maraan ergaa baga ayyaana Faasikaa geessanii dabarsaniiru.

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa toora miidiyaa hawaasaan dabarsaniin ayyaanicha yoo kabajnu harka qalleeyyiifi qaamolee hawaasaa galii gadi aanaa qaban gargaaruufi walii yaaduun haata’u jedhan.

Ayyaanichi kan jaalalaa, gammachuu, nagaafi waloomaa akka ta’us hawwaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply