Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Piroojektii misooma jallisii laga Walmal eebbisiisanIiiru.
Godina Baalee aanaa Dalloo Mannaatti Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjiin Piroojektii Misooma Jallisii laga Walmalirratti ijaarame eebbifneerra jedhan Dooktar Abiyyi fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Oomishtummaa qonnaa guddisuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuu qooda olaanaa qabaachuu kaasan.
Piroojektichi waayita guutummaatti hojii eegale qonnaan bultoota kuma 20 oo tajaajiluun lafa hektaara kuma 9 fi 687 ol misoomsuu danda’a jedhan.