Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Niishaanii kabajaa guddicha Itoophiyaa Biil Geetiin badhaasan

AMN PLUS Caamsaa 24, 2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) sagantaa har'a Masaraa Mootummaa Biyyaalessaatti qophaa'e irratti Niishaana kabajaa guddicha Itoophiyaa Biil Geetiin badhaasaniiru. Badhaasni kabajaa kun hojiilee gurguddoo Faawundeeshiniin…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Niishaanii kabajaa guddicha Itoophiyaa Biil Geetiin badhaasan

Atileet Dirribee Waltajjii dorgommii Atileetiksii Giraandi Silaam Filaadalfiyaa injifatte

AMN PLUS Caamsaa 25/2017 Atileet Dirribee Waltajjii dorgommii Atileetiksii meetira 800 Giraandi Silaam Filaadalfiyaatti dorgomameen sadarkaa 1ffaa bahuun injifatteetti. Atileet Dirribee Waltajjii dorgommicha daqiiqaa 1:58.94 xumuruun shaampiyoona dorgommichaa taateetti. Dirribeen…

Continue ReadingAtileet Dirribee Waltajjii dorgommii Atileetiksii Giraandi Silaam Filaadalfiyaa injifatte

Jilli olaanaan Daareektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoofi Nageenyaa Biyyaalessaan durfamu ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Jeneraala Sudaan Abdulfattaa Al Burhaaniitti kennan

AMN PLUS Caamsaa 25/2017 Ergicha Abaasaaddar Reedwaan Huseeniifi Gorsaan Dhimmoota Afrikaa Bahaa Ministira Muummee Obbo Geetaachoo Raddaa Poort Sudaanitti argamuun kennaniiru. Poort Sudaanitti simannaan addaa kan taasifameef ta’uu kan himan…

Continue ReadingJilli olaanaan Daareektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoofi Nageenyaa Biyyaalessaan durfamu ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Jeneraala Sudaan Abdulfattaa Al Burhaaniitti kennan

Bakka Bu’oonni Dhaabbileefi Waldaalee Federaalaa ajandaalee irratti mari’achaa turan qindeessuun Komiishinii Marii Biyyaalessaaf kennan.

AMN Plus Caamsaa 24/2017 Finfinnee galma Barkumeetti waltajjii marii ajandaa walitti qabuu dhaabbileefi waldaalee federaa gaggeessafaa ture goolabameera. Dhaabbileefi waldaalee federaala kunneen ajandaa guyyootta darban irratti mari'achaa turan Komishinii Marii…

Continue ReadingBakka Bu’oonni Dhaabbileefi Waldaalee Federaalaa ajandaalee irratti mari’achaa turan qindeessuun Komiishinii Marii Biyyaalessaaf kennan.

Tootanhaam Hotispar leenjisaa isaa gaggeessuuf murteessuun Dhagaahame

AMN PLUS Caamsaa 24/2017 Piriimiyeer Liigiin Ingilaand bara dorgommii xumurame kanatti qabxii gadi aanaa galmeesseen kilaboota gara Shaampiyoonshiippitti gadi bu'an sadan qofa caaluun sadarkaa 17ffaan kan xumuran Tootanhaam Hotispar leenjisaa…

Continue ReadingTootanhaam Hotispar leenjisaa isaa gaggeessuuf murteessuun Dhagaahame

Siyaasa ammayya’aee uumuu fi badhaadhina waloo dhugoomsuu keessatti gaheen Waldalee Siivilii murteessadha jedhame.

AMN PLUS-Caamsaa 24/2017 Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti mariin haala yeroo fi gahee Waldaalee Siivilii jijjiirama keessatti jedhu ta'aamaa jira. Waltajjii marii kana irratti argamuun haasaha kan taasisan Hojii Raawwachiisaan Kutaa…

Continue ReadingSiyaasa ammayya’aee uumuu fi badhaadhina waloo dhugoomsuu keessatti gaheen Waldalee Siivilii murteessadha jedhame.

PSG’n seenaasaa keessatti yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifate

AMN PLUS Caamsaa 23/2017 Tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG'n galchii 5 fi 0'n Inter Miilaaniin injifachuun seenaasaa keessatti yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifateera. Wandimmaagany Asaffaan

Continue ReadingPSG’n seenaasaa keessatti yeroo jalqabaaf waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifate

Bakka buutonni Dhaabbileefi waldaalee ajandaa mariin qindeessan waltajjii olaanaaf dhiheessan

AMN PLUS Caamsaa 23/2017 Bakka buutonni boqonnaa marii ajandaa walitti qabuu Dhaabbilee Federaalaafi Waldaalee irratti hirmaataa jiran garee 7 jalatti gurmaa’uun ajandaawwan isaanii qindeessaa oolaniiru. Oolmaa har’aa waaree boodaan ajandaawwan…

Continue ReadingBakka buutonni Dhaabbileefi waldaalee ajandaa mariin qindeessan waltajjii olaanaaf dhiheessan

Morkii waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa PSG fi Intar-Miilaan

AMN PLUS Caamsaa 23/2017 Tapha waancaa akkaan eegamuuf kilabni Itilii Intar-Miilaan fi kan Firaansi 'Paris Saint Germain' magaalaa Muunik dhaqaniiru. Morkii dirree Aliyaanzi Areenaa halkan sa'aa 4:00'tti eegaluu kanaan kilabni…

Continue ReadingMorkii waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa PSG fi Intar-Miilaan