Gaaffii mana jireenyaa hojjettoota mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti argamanii deebisuuf walii galteen mallatteeffame

AMN PLUS Caamsaa 16/2017 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gaaffii mana jireenyaa hojjettoota mootummaa magaalaa Finfinneetti argamanii deebisuuf Korporeeshinii Misooma Manneenii Magaalaa Finfinneefi Baankii Daldala Itoophiyaa waliin walii galtee mallatteesseera. Walii galtichas…

Continue ReadingGaaffii mana jireenyaa hojjettoota mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti argamanii deebisuuf walii galteen mallatteeffame

Magaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darbanitti hojii qindoominaa hojjetameen yakki dhibbentaa 43 hir’achuun himame.

AMN PLUS CAAMSAA 16/2017 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaaa Finfinnee, Biiroo teekinooloojii fi Innoveeshinii magaalattii waliin ta'uun teekinooloojii yakkoota too'achuuf oolu misoomse irratti qooda fudhattoota waliin mari'ate. ‎Tekinooloojiin misoome kun…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darbanitti hojii qindoominaa hojjetameen yakki dhibbentaa 43 hir’achuun himame.

Gareen Jilaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseeniin durfamu kaleessa Sudaan Kibbaa dhaqeera

AMN PLUS Caamsaa 16/2017 Ambaasaaddar Reedwaan Huseen fi Gorsaan Ministira Muummee Dhimmoota Afriikaa Bahaa Geetachoo Raddaa Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakiir fi itti aanaa pirezidaantii Beenjaamiin Bolmeel waliin mari’ataniiru. Gareen jilaa…

Continue ReadingGareen Jilaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseeniin durfamu kaleessa Sudaan Kibbaa dhaqeera

Jilli Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu Biraazilitti teeknolojiiwwan garagaraa daawwate

AMN PLUS Caamsaa 16/2017 Jilli Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu durfamufi Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa keessatti argaman daawwannaasaa Biraaziil ittifufuun dhaabbilee gama tekinoolojiin muuxannoo…

Continue ReadingJilli Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu Biraazilitti teeknolojiiwwan garagaraa daawwate

Kutaaleen hawaasa daldalaa Magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwatan

AMN PLUS Caamsaa 16/2017 Kutaaleen hawaasa daldalaa garagaraa magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa daawwataniiru. Daawwannaa isaanii kanaanis misooma qarqara laga naannoo riqicha Raas mokonnin, 4 kiiloo Pilaazaa, Misooma Koriidariifi Hojii deebisanii…

Continue ReadingKutaaleen hawaasa daldalaa Magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwatan

Maanguddoo ganna 65 hojiif barbaadaman-Ancheelootii

AMN PLUS Caamsaa 15/2017 Kaarloo Ancheelootii maanguddoon ganna 65 carraa marsaa lamaan Riyaal Maadriid leenjisuu argataniiru. Maanguddichi carraa lamaanuu haalaan fayyadamuun shaampiyoonummaa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaafi Laaligaa Ispeen dabalatee waancaa sadarkaan…

Continue ReadingMaanguddoo ganna 65 hojiif barbaadaman-Ancheelootii

Haala yeroo ilaalchisuun odeeffannoo Poolisii Federaalaa Itoophiyaarraa kenname

Tibbana gaaffii mirgaa ogeeyyiiwwan fayyaa kaasan dawoo godhachuun humnoota biyyattii keessatti hokkora uumuuf hojjetan waliin qindaa’uun karaa seeraan alaan hojii dhaabuun, damee fayyaarratti jeequmsa uumuufi lubbuu lamiillee balaarra buusuun ogeeyyiiwwan…

Continue ReadingHaala yeroo ilaalchisuun odeeffannoo Poolisii Federaalaa Itoophiyaarraa kenname