Milkaa’inoota argaman injifannoo caaluuf fayyadamuun bu’a qabeessummaa guddisuun akka danda’amu himame

AMN PLUS Caamsaa 04/2017 Milkaa'inoota argaman injifannoo caaluuf fayyadamuun bu'a qabeessummaa guddisuun akka danda'amu himameera. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hoggansa magaalichaa sadarkaan jiran waliin mata duree " Badhaadhina Biyyaaf Gahee Hundaa"…

Continue ReadingMilkaa’inoota argaman injifannoo caaluuf fayyadamuun bu’a qabeessummaa guddisuun akka danda’amu himame

Ogeeyyiin fayyaa ogummaasaaniin hawaasa tajaajiluun cinaatti dhiiga arjoomaa jiru

AMN PLUS Caamsaa 04/2017 Ogeeyyiin fayyaa Hospitaala Dil Corraa Dirree Dhawaa hawaasaaf tajaajila fayyaa kennuun cinaatti lubbuu du’arraa baraaruuf har’a dhiiga arjoomaniiru. Hospitaalichatti argamuun kanneen dhiiga arjooman ogeeyyiiwwan fayyaa dhaabbilee…

Continue ReadingOgeeyyiin fayyaa ogummaasaaniin hawaasa tajaajiluun cinaatti dhiiga arjoomaa jiru

Shororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atu fi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uun himame

AMN PLUS Caamsaa 4/2017 Shororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atufi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uu Daarektarri Jeneraalaa itti aanaan tajaajila odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa Taazer Gabra Igzaabeer…

Continue ReadingShororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atu fi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uun himame

Raayyaan Ittisa biyyaa raayyaa ummataa nageenya Itoophiyaa mirkaneessaa jirudha – Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS Caamsaa 03/2017 Raayyaan Ittisa biyyaa raayyaa ummataa nageenya Itoophiyaa mirkaneessaa jirudha jedhan Pirezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. Ayyaanni hundeeffama wagga 47ffaa Ajaja 47ffaa Istaadiyeemii Naqamteetti kabajamaa jira.…

Continue ReadingRaayyaan Ittisa biyyaa raayyaa ummataa nageenya Itoophiyaa mirkaneessaa jirudha – Obbo Shimallis Abdiisaa

Naannoo Oromiyaatti barattoonni miiliyoona 1 oli qormaata kutaa 6ffaa fi 8ffaa ni qoramu

AMN PLUS Caamsaa 03/2017 Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 6ffaa Caamsaa 26 - 27 akkasuma qormaatni kutaa 8ffaa Waxabajjii 03-05/ 2017tti akka kennamu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Sadarkaa Hoogganaa itti aanaa…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti barattoonni miiliyoona 1 oli qormaata kutaa 6ffaa fi 8ffaa ni qoramu

Dhaabbanni Konkolaataa kireessuufi misooma koridarii Kaazaanchiis irratti miidhaa hordofsiise birrii kuma 100’n adabame

AMN PLUS Caamsaa 04/2017 Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Qiirqoositti Dhaabbanni Konkolaataa kireessuufi bu’uuraalee misooma koriidarii irratti miidhaa qaqqabsiise birrii kuma 100 adabamuu Waajjirri Dambii Kabachiisuu kutaa Magaalichaa beeksiseera. Itti gaafatamaan…

Continue ReadingDhaabbanni Konkolaataa kireessuufi misooma koridarii Kaazaanchiis irratti miidhaa hordofsiise birrii kuma 100’n adabame

Shororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atu fi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uun himame

AMN PLUS Caamsaa 4/2017 Shororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atufi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uu Daarektarri Jeneraalaa itti aanaan tajaajila odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa Taazer Gabra Igzaabeer…

Continue ReadingShororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atu fi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uun himame

Dameeleen dureeyyii biyya alaaf cufamanii turan banamuunsaanii invastimantii kallattii alaa guddisaa jira – Ministiroota

AMN PLUS - Caamsaa 04/2017 Dhaabbilee misoomaa mootummaa dabalatee dameeleen Invastimantii dureeyyii biyya alaaf cufamanii turan banamuunsaanii invastimantiin kallattii alaa akka guddatu taasisuusaa ministiroonni ibsan. Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee, hooggantoonni…

Continue ReadingDameeleen dureeyyii biyya alaaf cufamanii turan banamuunsaanii invastimantii kallattii alaa guddisaa jira – Ministiroota

Yaa’ii fi agarsiifni misooma daldalaa Paakistaan-Afriikaa 5ffaan Finfinneetti ni taa’ama

AMN PLUS Ebla 29/2017 Yaa’ii fi agarsiifni misooma daldalaa Paakistaan-Afriikaa 5ffaan Caamsaa 7 hanga 9 /2017 Finfinnee galma barkumeetti akka taa’amu Itoophiyaatti ambaasaaddarri Paakistaan Atiif Shariif Miiyan ibsan. Ambaasaaddarichi ibsa…

Continue ReadingYaa’ii fi agarsiifni misooma daldalaa Paakistaan-Afriikaa 5ffaan Finfinneetti ni taa’ama

Mul’ata Itoophiyaa milkeessuuf hunduu gaheesaa bahuu qaba – Ministira Kominikeeshinii Mootummaa Laggasee Tulluu( Dr)

AMN PLUS Ebla 29/2017 Mul’ata Badhaadhina Itoophiyaa milkeessuuf hunduu gaheesaa bahuu akka qabu Ministirri Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa Laggasee Tulluu (Dr.) hubachiisan. Hoggantoonnii fi hojjettoonni Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa sanada biyyoolessa mataduree…

Continue ReadingMul’ata Itoophiyaa milkeessuuf hunduu gaheesaa bahuu qaba – Ministira Kominikeeshinii Mootummaa Laggasee Tulluu( Dr)