Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojii bulchiinsaa uummaatatti dhiyeessa jira–Waajjira Muummee Ministeera
AMN PLUS Guraandhala 27/2017 Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojii bulchiinsaa uummaatatti dhiyeessa jiraachuu isaa Waajjirri Muummee Ministeera ibseera. Hojii bulchiinsaa hawaasatti dhiyeessuuf caasaalee Gandoota Cimsuun murteessaa ta’uu Waajjirri Muummee Ministiraa ibsaneera.…