AMN Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee waliin ta’uun Chaanaalii haaraan AMN PLUS irratti tamsaasa sagantaa Barnootaa televizhinii eegaluf qophaa’e.
AMNPLUS- Guraandhala 25/2017 Addis Midiiyaa Neetworkiin Biroo barnoota Magaalaa Finfinnee waliin ta'uun tamsaasa sagantaa barnoota gama chaanaalii AMN PLUS tiin eegaluuf qophiin xummuuruu Beeksise. Dhimma kana ilaalchisuun Hojigaggeessaa olaanaan AMN…