Atileet Suutumee Assaffaa Maraatoonii Tookiyoo irratti tilmaama duraa argatte

AMN PLUS-Guraandhala 22- 2017 Maraatoonii Tookiyoo 18ffaa boru gaggeeffamu irratti atileetotni muuxannoo qaban kan lakkoofsan 169 ta’an biyyoota adda addaa irraa ni hirmatu. Dorgommii kana irratti Atileetota hirmaatan keessaa tokko…

Continue ReadingAtileet Suutumee Assaffaa Maraatoonii Tookiyoo irratti tilmaama duraa argatte

Mul’ata waloo dhugoomsuuf tumsi naannoo hedduu barbaachisaa dha – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN PLUS- Guraandhala 20/2017 Mul’ata waloo dhugoomsuuf tumsi naannoo hedduu barbaachisaa akka ta’e Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himaniiru. Muummichi Ministeeraa miidiyaa hawaasaa isaanii irratti simannaa ho'aa Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan…

Continue ReadingMul’ata waloo dhugoomsuuf tumsi naannoo hedduu barbaachisaa dha – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Ityoophiyaa fi Somaaliyaan tumsa waliin fayyadamuu cimsuuf kutannoo qaban irra deebiin mirkaneessan

AMN PLUS Guraandhala 20/2017 Ityoophiyaa fi Somaaliyaan tumsa waliin fayyadamuu cimsuuf kutannoo qaban irra deebiin mirkaneessaniiru. Pireezidaantiin Mootummaa Federaalawaa Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud Ministiraa Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)daawwannaa hojii Somaaliyaatti…

Continue ReadingItyoophiyaa fi Somaaliyaan tumsa waliin fayyadamuu cimsuuf kutannoo qaban irra deebiin mirkaneessan

Injifannoon Adwaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, mo’icha waloo Itoophiyaanoni tokkummaan galmeessanidha- Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

AMN PLUS- Guraandhala 20/2107 Injifannoon Adawaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, Itoophiyaanotni mo’icha waloo tokkummaan kan galmeessan ta’uu Minstirri Bishaaniif Inarjjii Habtaamuu Ittafaa (Dr.) ibsaniiru. Hidhi Haaromsaas seenaa guddaa dhaloota…

Continue ReadingInjifannoon Adwaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, mo’icha waloo Itoophiyaanoni tokkummaan galmeessanidha- Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo Jibuutii hundeessuuf mariin taasifamaa jira

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Itoophiyaan kan itti hirmaatte waltajjiin Ministirootaa Hundeeffama Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo Jibuutiitti taa'amaa jira. Ministirri Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee, Ministirri Bu'uuraalee Misoomaa…

Continue ReadingAbbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo Jibuutii hundeessuuf mariin taasifamaa jira

Fedhii gabaa fi dhiyeessi humna namaa damee tuurizimii irratti mariin gaggeeffame

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat kaamiili fi Ministirri Ministeera Tuurizimii Aadde Saalaamawit kaasaan haalota dhaabbileen lameen tumsan hojjechuu danda’anirratti mari’ataniiru. Fedhii gabaa fi…

Continue ReadingFedhii gabaa fi dhiyeessi humna namaa damee tuurizimii irratti mariin gaggeeffame

Balaa abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoot mudatee ture to’annoo jala oole

AMN PLUS Guraandhala 19/2017 Balaan abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Aanaa 2 Naannoo Kaarraa Qoree bakka 'Biqilaa Mannaafashaa' jedhamuun beekamutti mudatee ture to'annoo jala ooluu isaa Komishiniin Hoggansa Abidaa fi…

Continue ReadingBalaa abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoot mudatee ture to’annoo jala oole

Burtukaan Gabrakiristoosii fi Rahiimaa Zargaaf sirni gaggeessaa taasifame

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Taphattoota garee biyyaalessa dubartoota Itoophiyaa Burtukaan Gabrakiristoosii fi Rahiimaa Zargaaf sirni gaggeessaa taasifame. Taphattoonni kunneen dhiheenya garee kubbaa miilaa biyyattiitti nagaa dhaammatanii turuun isaanii ni…

Continue ReadingBurtukaan Gabrakiristoosii fi Rahiimaa Zargaaf sirni gaggeessaa taasifame

Mohaammad Saalaan bara kana Saawuzaambitaniifi Ipsiwuch Taawoniin ol goolii lakkoofsiseera

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Goolii Mohaammad Saalaan baatii Guraandhalaa kana keessa Liivarpuuliif lakkoofsise kan Cheelsii fi Maanchistar Yuunayitid taphoota 4 irratti lakkoofsisanis ni caala. Saalaan hirmaannaa gareen isaa gara…

Continue ReadingMohaammad Saalaan bara kana Saawuzaambitaniifi Ipsiwuch Taawoniin ol goolii lakkoofsiseera

Luusiiwwan tapha deebii isaanii har’a Yugaandaa waliin taasisu

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Gareen Biyyalessaa dubartoota Itoophiyaa tapha deebii gulaallii Waancaa Afriikaa har'a Istadiyemii Abbabaa Biqilaatti geggeessa. Torban darbe gara Kaampaalaa imaluun Yugaandaan goolii 2-0'n injifatamee kan deebi'e…

Continue ReadingLuusiiwwan tapha deebii isaanii har’a Yugaandaa waliin taasisu